Utubaan Amantaa Kitaaboota seera Amantaa Ortoodoksii bu'uura godhanii qopha'an of keessa qaba. Qabiyyeen isaanii abbootii keenyaan madaalamee fi sirreeffame kan dhiyaate yo ta'uu, qunnamtii interetii malee kan hojjatu dha. Applikeeshiniin kun kitaabota mata duree armaan gadii caqafaman hammata.
Kitaabota Utubaa Amantaa Keessati Argaman
• Kitaaboota Kadhaa
• Kitaaboota Barnota Amantaa
• Somoota Ortoodoksii
• Ayyaanota gurguddoo Amantaa Ortoodoksii
• Dubbii qulqullootaa
• Qabsuura Qulqullootaa (Sinkisaara)
• צבעאנה גאראגארה
• Gaaffilee fi Deebii Isaanii
Amaloota Applikeeshinii Kanaa
• Dubbisuuf (Fayyadamuuf) qunnamtii interneetii hin gaafatu
• Guyyaa fi galgala(Halkan) dubbisuuf mijataa dha
• Qubee guddisuu ykn Xiqqeessuuf kan gargaaru
• Jechoota barbaaduuf kan gargaaruu "barbaadduun" itti ida'ameera
• Qabiyyeewwan Applikeeshinichaa salphaatti fayyadamuu dandeessisa
עדכון אחרון בתאריך
25 בנוב׳ 2022