Ashamaa harka fuune jaalatamtoota fi kabajamtoota ilmaan oromoo. Moosajii kana kessaatti jechoota hayyootni oromoo dubatan isiniif dhihessinaa. Moosajiin kun Jechoota hayyota oromoo gosoota heddu kan qabu yommuu ta'u , akkasumas hayyoota gararagaratiin kan dhiyaateedha.