አኩማ ቤዕከሙ ናምኒ ሁንዱኡ እርጋ ዳልተኤ ማቃአ ባርባዓዳ። Yeroo heddu maqaa kan moggaasu maatiidha። Maatiin immoo maqaa hunda maqaa ta'eef jecha cal jedhee namatti hin moggaasu።
-Aappilikeeshinni kunis akka maatiin ijoollee isaaniif maqaa gaggaarii eenyummaa isaanii calaqqisu, kan oromummaa isaanii ibsu haala salphaa ta’een akka filataniif qarqara. Applikeeshiniin bilbiloota ‘android’ MAQAA OROMOO jedhamu kun maqaawwan Oromoon ilmaan isaatti moggaafatu heddu bakka tokkotti walitti qabee haala bareedaadhaan isiniif dhiheesseera. Kana malees Applikeeshiniin ኩን ሃላ ሳልፋ ታኣን ባናሜይ ካን ኢቲ ፋይያዳሙን ዳንዳ'አሙድሃ።