Bulgicha Nyaachisi! (Afaan Oro

+1 ألف
عملية تنزيل
تقييم المحتوى
الجميع
صورة لقطة الشاشة
صورة لقطة الشاشة
صورة لقطة الشاشة
صورة لقطة الشاشة
صورة لقطة الشاشة
صورة لقطة الشاشة
صورة لقطة الشاشة

لمحة عن هذه اللعبة

Bulguu Nyaachisii’n bu’uroota dubbisuu ijoollee barsiisa. Tapha keessatti, ijoolleen Killee guuruudhaan qubee fi jechoota nyaachisuudhaan Killeelee hiriyyoomfatu!

Ijoolleen qubee addaan baafachuu baratu، fi jechoota kaasuu fi dubbisuu. Tapha kana tabhachuun, ijoolleen barnootaan cimoo tahu, akkasumas jechoota sassalphoo dubbisuuf qophii tahu. Ijoolleen keessan akka baratanii fi Milkaawan barbaanna!

Bulgicha Nyaachisii'n 100٪ bilisa. Takka fe’amnaan, Intarneetni sin barbaachisu! Dhaabbiilee barnootaa bu'aa-malee CET, Apps Factory, fi Curious Learning jedhamaniin hojjatame.

Iccitummaa:

Poolisii Iccitummaa Barnoota Xiinxallii – Bulgicha Nyaachisi
Barnoota Xiinxallii akka ijoolleen hunduu mobaayila irratti barachuu danda'an dandeessisuuf hojjanne. Iccitummaan ijoollee fi maatii isaaniitiif barbaachisaa tahuu ni hubanna. Fuulli kun odeffannoo akkam akka sassaabnu, akkamitti akka fayyadamnu, fi tiikfama isaa akkatti eegsifnu siif ibsa.
HOJUMAATONNI BARNOOTA XIINXALLII ODEEFFANNOO AKKAM SASSAABU؟
Odeeffannoo akkaataa lamaan sassaabna: hujumaata keessaa maal akka fayyadamtuu fi yeroo hujumaata irratti cuqaaftu sassaabna, fi iddoo hujumaanni Keenna itti fayyadamamu baruuf iddoo ati jirtu ni barra. Odeeffannoo dhuunfaa kan sii fi ilma kee rakkoof saaxilu kan akka maqaa fi lakkoofsa bilbilaa hin sassaabnu.
BARNOONNI XIINXALLII ODEEFFANNOO SASSAABU AKKAMITTI FAYYADAMA؟
Daataa hujumaata keessaa hujumaata Kenya fooyyessuu fi iddoo hujumaanni Keessaa itti fayyadamamu baruuf sassaabna. Fakkeenyonni akkaataa itti daataa kee fayyadamnu Hangi tokko isaan asii gadiiti:

Qo’attoota akkaataa hujumaata barnootaaf itti fooyyeffamu qo’ataniif ni hirra. Bu’aan qo’annoo kanaaarsiisotaa fi qo’attootaaf gama konfaransootaa fi maxxansamaan ni raabsama.
Daataa argannu hubannotti jijjiiruuf ni sakattaana, fakkeenyaaf, hujumaata keessaa tabha kamtu irra tabhatamaa baruuf.
BARNOONNI XIINXALLII AKKAMITTI SIIF ODEEFFANNOO KEE TIIKSA؟
Hujumaanni Barnoota Xiinxallii odeeffannoo dhuunfaa saaxiloo tahan hin sassaaban.
Akkaataa itti itti fayyadamnu sarvaroota Kenyarra Keenya, Fulbaana 2017 irraa eegalee Amazon kaahamu.
Qo’attoonni kun daataa kanneen argachuuf walii-galtee gamtummaa kan Poolisii itti-fayyadamiinsa daataa fi nagummaa dataa Barnoota Xiinxallii wajjiin Mallatteessuu qabu.
QUUNNAMTII
Gaaffii, dhimmama, yk yaada Poolisii iccitummaa kanarratti yoo qabaatte, maaloo info@curiouslearning.org irratti nu quunnami.

-----

تعلم لعبة Feed The Monster الأطفال أساسيات القراءة بلغة الأورومو. اجمع بيض الوحوش وأطعمهم الحروف حتى يتمكنوا من النمو ليصبحوا أصدقاء جدد!

ما هو إطعام الوحش؟
تستخدم لعبة Feed The Monster تقنيات "اللعب للتعلم" التي أثبتت جدواها لإشراك الأطفال ومساعدتهم على تعلم القراءة. يستمتع الأطفال بجمع وحوش الحيوانات الأليفة وتنميتها أثناء تعلم أساسيات القراءة.

تنزيل مجاني، بدون إعلانات، بدون عمليات شراء داخل التطبيق!
كل المحتوى مجاني 100٪، تم إنشاؤه بواسطة المنظمات غير الربحية لمحو الأمية Curious Learning وCET وApps Factory.

ميزات اللعبة لتعزيز مهارات القراءة:
• ألغاز صوتية ممتعة وجذابة
• ألعاب تتبع الحروف للمساعدة في القراءة والكتابة
• ألعاب ذاكرة المفردات
• مستويات "الصوت فقط" الصعبة
• تقرير تقدم الوالدين
• تسجيل دخول متعدد المستخدمين لتقدم المستخدم الفردي.
• وحوش ممتعة وقابلة للتجميع والتطور
• مصممة لتعزيز المهارات الاجتماعية والعاطفية
• لا توجد عمليات شراء داخل التطبيق
• بدون إعلانات
• لا حاجة للاتصال بالإنترنت

تم تطويرها من قبل خبراء لطفلك.
تعتمد اللعبة على سنوات من البحث والخبرة في علم القراءة والكتابة. إنه يتضمن المهارات الأساسية لمحو الأمية، بما في ذلك الوعي الصوتي، والتعرف على الحروف، والصوتيات، والمفردات، وقراءة الكلمات البصرية حتى يتمكن الأطفال من تطوير أساس قوي للقراءة. تم تصميمها حول مفهوم رعاية مجموعة من الوحوش، وهي مصممة لتشجيع التعاطف والمثابرة والتنمية الاجتماعية والعاطفية للأطفال.
تاريخ التحديث
07‏/07‏/2020

أمان البيانات

يبدأ الحفاظ على أمان بياناتك بفهم الآلية التي يتّبعها مطوِّرو البرامج لجمع بياناتك ومشاركتها. قد تختلف خصوصية البيانات وممارسات الأمان حسب آلية استخدامك للتطبيق ومنطقتك وعمرك. يوفّر مطوِّر البرامج هذه المعلومات وقد يعدِّلها بمرور الوقت.
قد يشارك هذا التطبيق أنواع البيانات هذه مع جهات خارجية.
الموقع الجغرافي والنشاط على التطبيق ومعلومات التطبيق وأداؤه
قد يجمع هذا التطبيق أنواع البيانات هذه.
الموقع الجغرافي والنشاط على التطبيق ومعلومات التطبيق وأداؤه
يتم تشفير البيانات أثناء النقل
يمكن أن تطلب حذف البيانات
التزم مطوّر البرامج باتّباع سياسة العائلات في Play

الجديد

Families policy update.