Næstum 120 árum eftir þýðingu Biblíunnar á Afan Oromo af Onesmus Nesib og fyrstu prentuðu Afaan Oromoo Biblíunni á pappír, breyttist hvernig fólk les Biblíuna. Nú á dögum nota næstum allir farsíma til að lesa Biblíuna. Að teknu tilliti til þessarar staðreyndar bjóðum við upp á þetta töff biblíuforrit fyrir Android tækið þitt. Settu upp á Android tækinu þínu og taktu það með þér hvert sem þú ferð og njóttu Biblíunnar!
Guð blessi þig!
Onesmoos Nasiib namni biyya Oromoo bara 1899tti Macaafa Qulqulluu Afaan Oromootti hiikee maxxansiisuudhaan saba Oromootiin ga'ee sabni keenya sagalee Waaqayyoo afaan isaatiin akka inni dubbifatu godhe.
Waggaa 120 booda, bara Dijitaalaa (Digital Age) jedhamuu dhaan beekamu jaarraa 21ffaa keessa akka itti ilmaan namootaa waa dubbifatan jijjiiramaa dhufe. Har'a namoonni waa dubbisuu dhaaf meeshaa harkatti baatamu (farsímatæki) tti fayyadamu.
Kana hubannaa keessa galchuudhaan karaa TOKKUMMAA WALDOOTII OROMOO WANGEELAA AWUROOPPAA (SAMÞYKKT OROMO EVANGELICAL CHURCHES OF EUROPE, UOECE) Applikeeshinii Andriod Macaafa Qulqulluu Afaan Oromooff jaarainuaf stooteyer dhagahi dubbi
Aplikeeshinii kanaan Macaafa Qulqulluu dubbisuutti dabalee:
- Luqqisii Guyyaa
- Útvarp Warra Wangelaa
- Walaloo Faarfannoota Afaan Oromoo
- Beeksisa Sagantaa hafuuraa yeroo yerootti ba'u
- Baafata Luqqisii fi k.k.f
Fayyadamuu dhaan akka itti eebbifamtan abdii qabna.
Waaqayyo isin haa Eebbisu!