Bulgicha Nyaachisi! (Afaan Oro

1000+
ダウンロード
コンテンツのレーティング
全ユーザー対象
スクリーンショット画像
スクリーンショット画像
スクリーンショット画像
スクリーンショット画像
スクリーンショット画像
スクリーンショット画像
スクリーンショット画像

このゲームについて

Bulguu Nyaachisii'n bu'uroota dubbisuu ijoollee bariisa。Tapha keessatti, ijoolleen killee guuruudhaan qubee fi jechoota nyaachisuudhaan killeelee hiriyyoomfatu!

Ijoolleen qubee addaan baafachuu baratu, fi jechoota kaasuu fi dubbisuu.Tapha kana Taphachuun, ijoolleen barnootaan cimoo tahu, akkasumas jechoota sassalphoo dubbisuuf qophii tahu.Ijoolleen keessan akka baratanii fimilkaawan barbaanna!

Bulgicha Nyaachisii'n 100% bilisa。Takka fe'amnaan, Intarneetni sin barbaachisu!Dhaabbiilee barnootaa bu'aa-malee CET、Apps Factory、fi Curious Learning jedhamaniin hojjatame。

Iccitummaa:

Poolisii Iccitummaa Barnoota Xiinxallii – Bulgicha Nyaachisi
Barnoota Xiinxallii akka ijoolleen hunduu mobaayila irratti barachuu danda’an dandeessisuuf hojjanne.Iccitummaan ijoollee fi maatii isaaniitiif barbaachisaa tahuu ni hubanna.Fuulli kun odeeffannoo akkam akka sassaabnu、akkamitti akka fayyadamnu、fi tiikfama isaa akkatti eegsifnu siif ibsa。
HOJUMAATONNI BARNOOTA XIINXALLII ODEEFFANNOO AKKAM SASSAABU?
Odeeffannoo akkaataa lamaan sassaabna: hujumaata keessaa maal akka fayyadamtuu fi yeroo hujumaata irratti cuqaaftu sassaabna、fi iddoo hujumaanni Keenna itti fayyadamamu baratiuuf jddOdeeffannoo dhuunfaa kan sii fi ilma kee rakkoof saaxilu kan akka maqaa fi lakkoofsa bilbilaa hin sassaabnu.
BARNOONNI XIINXALLII ODEEFFANNOO SASSAABU AKKAMITTI FAYYADAMA?
Daataa hujumaata keessaa hujumaata Keenya fooyyessuu fi iddoo hujumaannikenya itti fayyadamamu baruuf sassaabna。Fakkeenyonni akkaataa itti daataa kee fayyadamnu hangi tokko isaan asii gadiiti:

Qo'attoota akkaataa hujumaata barnootaaf itti fooyyeffamu qo'ataniif ni hirra.Bu'aan qo'annoo kanaa bariisotaa fi qo'attootaaf gama konfaransootaa fi maxxansamaan ni raabsama.
Daataa argannu hubannotti jijjiiruuf ni sakattaana、fakkeenyaaf、hujumaata keessaa Tapha kamtu irra Taphatamaa baruuf。
BARNOONNI XIINXALLII AKKAMITTI SIIF ODEEFFANNOO KEE TIIKSA?
Hujumaanni Barnoota Xiinxallii odeeffannoo dhuunfaa saaxiloo tahan hin sassaaban。
Akkaataa itti itti fayyadamnu sarvaroota kidyarra kidya, Fulbaana 2017 irraa eegalee Amazon kaahamu.
Qo'attoonni kun daataa kanneen argachuuf walii-galtee gamtummaa kan poolisii itti-fayyadamiinsa daataa fi nagummaa dataa Barnoota Xiinxallii wajjiinmalatteessuu qabu.
QUUNNAMTII
Gaaffii, dhimmama, yk yaada poolisii iccitummaa kanarratti yoo qabaatte, maaloo info@curiouslearning.org irratti nu quunnami.

-----

Feed The Monsterは、子供たちにオロモで読書の基礎を教えます。モンスターの卵を集めて手紙を与えて、新しい友達に成長させましょう!

モンスターの餌は何ですか?
Feed The Monsterは、実績のある「プレイして学ぶ」テクニックを使用して、子供たちを引き付け、読むことを学ぶのを助けます。子供たちは読書の基礎を学びながら、ペットのモンスターを集めて成長させることを楽しんでいます。

無料ダウンロード、広告なし、アプリ内購入なし!
すべてのコンテンツは100%無料で、リテラシー非営利団体であるCurious Learning、CET、およびApps Factoryによって作成されています。

読書スキルを向上させるゲームの特徴:
• 楽しくて魅力的なフォニックスパズル
• 読み書きを支援する文字トレースゲーム
• 語彙記憶ゲーム
• 挑戦的な「サウンドのみ」レベル
• 保護者の進捗状況レポート
• 個々のユーザーの進行状況のためのマルチユーザーログイン。
• 収集可能、進化可能、楽しいモンスター
• 社会感情的スキルを促進するように設計されています
• アプリ内購入なし
• 広告なし
• インターネット接続は必要ありません

あなたの子供のために専門家によって開発されました。
このゲームは、識字科学に関する長年の研究と経験に基づいています。音韻認識、文字認識、フォニックス、語彙、サイトワードリーディングなどのリテラシーのための重要なスキルが組み込まれているため、子供たちは読むための強力な基盤を築くことができます。モンスターのコレクションの世話をするというコンセプトに基づいて構築されており、子供たちの共感、忍耐、社会的感情の発達を促進するように設計されています。
最終更新日
2020/07/07

データ セーフティ

データの安全は、デベロッパーによるユーザーデータの収集、共有方法を理解することから始まります。データのプライバシーとセキュリティの方針は、アプリの使用方法、ユーザーの年齢やお住まいの地域によって異なることがあります。この情報はデベロッパーから提供されたもので、更新されることがあります。
このアプリはサードパーティと以下の種類のデータを共有することがあります
位置情報、アプリのアクティビティ、アプリの情報、パフォーマンス
このアプリは以下の種類のデータを収集することがあります
位置情報、アプリのアクティビティ、アプリの情報、パフォーマンス
データは送信中に暗号化されます
データを削除するようリクエストできます
Play ファミリー ポリシーの遵守に努めています

最新情報

Families policy update.