Bulgicha Nyaachisi! (Afaan Oro

1 mil+
Downloads
Classificação do conteúdo
Todos
Imagem da captura de tela
Imagem da captura de tela
Imagem da captura de tela
Imagem da captura de tela
Imagem da captura de tela
Imagem da captura de tela
Imagem da captura de tela

Sobre este jogo

Bulguu Nyaachisii'n bu'uroota dubbisuu ijoollee barsiisa. Tapha keessatti, ijoolleen killee guuruudhaan qubee fi jechoota nyaachisuudhaan killeelee hiriyyoomfatu!

Ijoolleen qubee addaan baafachuu baratu, fi jechoota kaasuu fi dubbisuu. Tapha kana taphachuun, ijoolleen barnootaan cimoo tahu, akkasumas jechoota sassalphoo dubbisuuf qophii tahu. Ijoolleen keessan akka baratanii fi milkaawan barbaanna!

Bulgicha Nyaachisii'n 100% bilisa. Takka fe'amnaan, Intarneetni sin barbaachisu! Dhaabbiilee barnootaa bu'aa-malee CET, Apps Factory, fi Curious Learning jedhamaniin hojjatame.

Iccitummaa:

Poolisii Iccitummaa Barnoota Xiinxallii – Bulgicha Nyaachisi
Barnoota Xiinxallii akka ijoolleen hunduu mobaayila irratti barachuu danda'an dandeessisuuf hojjanne. Iccitummaan ijoollee fi maatii isaaniitiif barbaachisaa tahuu ni hubanna. Fuulli kun odeeffannoo akkam akka sassaabnu, akkamitti akka fayyadamnu, fi tiikfama isaa akkatti eegsifnu siif ibsa.
HOJUMAATONNI BARNOOTA XIINXALLII ODEEFFANNOO AKKAM SASSAABU?
Odeeffannoo akkaataa lamaan sassaabna: hujumaata keessaa maal akka fayyadamtuu fi yeroo hujumaata irratti cuqaaftu sassaabna, fi iddoo hujumaanni keessaa itti fayyadamamu baruuf iddoo ati jirtu ni barra. Odeeffannoo dhuunfaa kan sii fi ilma kee rakkoof saaxilu kan akka maqaa fi lakkoofsa bilbilaa hin sassaabnu.
BARNOONNI XIINXALLII ODEEFFANNOO SASSAABU AKKAMITTI FAYYADAMA?
Daataa hujumaata keessaa hujumaata keya fooyyessuu fi iddoo hujumaanni keessaa itti fayyadamamu baruuf sassaabna. Fakkeenyonni akkaataa itti daataa kee fayyadamnu hangi tokko isaan asii gadiiti:

Qo'attoota akkaataa hujumaata barnootaaf itti fooyyeffamu qo'ataniif ni hirra. Bu'aan qo'annoo kanaa barsiisotaa fi qo'attootaaf gama konfaransootaa fi maxxansamaan ni raabsama.
Daataa argannu hubannotti jijjiiruuf ni sakattaana, fakkeenyaaf, hujumaata keessaa tapha kamtu irra taphatamaa baruuf.
BARNOONNI XIINXALLII AKKAMITTI SIIF ODEEFFANNOO KEE TIIKSA?
Hujumaanni Barnoota Xiinxallii odeeffannoo dhuunfaa saaxiloo tahan hin sassaaban.
Akkaataa itti itti fayyadamnu sarvaroota keyarra keya, Fulbaana 2017 irraa eegalee Amazon kaahamu.
Qo'attoonni kun daataa kanneen argachuuf walii-galtee gamtummaa kan poolisii itti-fayyadamiinsa daataa fi nagummaa dataa Barnoota Xiinxallii wajjiin mallatteessuu qabu.
QUUNNAMTII
Gaaffii, dhimmama, yk yaada poolisii iccitummaa kanarratti yoo qabaatte, maaloo info@curiouslearning.org irratti nu quunnami.

-----

Feed The Monster ensina às crianças os fundamentos da leitura em Oromo. Colete ovos de monstros e alimente-os com letras para que possam se tornar novos amigos!

O QUE É FEED THE MONSTER?
O Feed The Monster usa técnicas comprovadas de "brincar para aprender" para envolver as crianças e ajudá-las a aprender a ler. As crianças gostam de colecionar e cultivar monstros de estimação enquanto aprendem os fundamentos da leitura.

GRATUITO PARA BAIXAR, SEM ANÚNCIOS, SEM COMPRAS NO APLICATIVO!
Todo o conteúdo é 100% gratuito, criado pelas organizações sem fins lucrativos de alfabetização Curious Learning, CET e Apps Factory.

RECURSOS DO JOGO PARA PROMOVER AS HABILIDADES DE LEITURA:
• Quebra-cabeças fonéticos divertidos e envolventes
• Jogos de traçar letras para ajudar na leitura e na escrita
• Jogos de memória de vocabulário
• Níveis desafiadores "somente som"
• Relatório de progresso dos pais
• Login multiusuário para progresso individual do usuário.
• Monstros colecionáveis, evolutivos e divertidos
• Projetado para promover habilidades socioemocionais
• Sem compras no aplicativo
• Sem anúncios
• Não é necessária conexão com a internet

DESENVOLVIDO POR ESPECIALISTAS PARA SEU FILHO.
O jogo é baseado em anos de pesquisa e experiência na ciência da alfabetização. Ele incorpora habilidades-chave para a alfabetização, incluindo consciência fonológica, reconhecimento de letras, fonética, vocabulário e leitura de palavras à vista, para que as crianças possam desenvolver uma base sólida para a leitura. Construído em torno do conceito de cuidar de uma coleção de monstros, foi projetado para incentivar a empatia, a perseverança e o desenvolvimento socioemocional das crianças.
Atualizado em
7 de jul. de 2020

Segurança dos dados

Sua segurança começa com o entendimento de como os desenvolvedores coletam e compartilham seus dados. As práticas de segurança e privacidade de dados podem variar de acordo com o uso, a região e a idade. O desenvolvedor forneceu as informações a seguir, que podem ser atualizadas ao longo do tempo.
Este app pode compartilhar estes tipos de dados com terceiros
Local, Atividade no app e Informações e desempenho do app
Este app pode coletar estes tipos de dados
Local, Atividade no app e Informações e desempenho do app
Os dados são criptografados em trânsito
Você pode solicitar a exclusão dos dados
Compromisso com a Política para famílias do Google Play

O que há de novo

Families policy update.