Skoraj 120 let po prevodu Svetega pisma v jezik Afan Oromo, ki ga je izvedel Onesmus Nesib, in prvi natisnjeni Bibliji Afaan Oromoo na papirju, se je način, kako ljudje berejo Sveto pismo, korenito spremenil. Danes skoraj vsi uporabljajo mobilne naprave za branje Svetega pisma. Ob upoštevanju tega dejstva ponujamo to trendovsko aplikacijo Biblija za vašo napravo Android. Namestite na svojo napravo Android in jo vzemite s seboj kamor koli greste in uživajte v svoji bibliji!
Bog te blagoslovi!
Onesmoos Nasiib namni biyya Oromoo bara 1899tti Macaafa Qulqulluu Afaan Oromootti hiikee maxxansiisuudhaan saba Oromootiin ga'ee sabni keenya sagalee Waaqayyoo afaan isaatiin akfaka in dubbihe.
Waggaa 120 booda, bara Dijitaalaa (Digitalna doba) jedhamuu dhaan beekamu jaarraa 21ffaa keessa akka itti ilmaan namootaa waa dubbifatan jijjiiramaa dhufe. Har'a namoonni waa dubbisuu dhaaf meeshaa harkatti baatamu (mobilna naprava) tti fayyadamu.
Kana hubannaa keessa galchuudhaan karaa TOKKUMMAA WALDOOTII OROMOO WANGEELAA AWUROOPPAA (UNIJA OROMO EVANGELIČNIH CERKEV EVROPE, UOECE) Applikeeshinii Andriod Macaafa Qulqulluu ka jadubarubiaau gadao guaffaiu Oromo2
Aplikeeshinii kanaan Macaafa Qulqulluu dubbisuutti dabalee:
- Luqqisii Guyyaa
- Radio Warra Wangeelaa
- Walaloo Faarfannoota Afaan Oromoo
- Beeksisa Sagantaa hafuuraa yeroo yerootti ba'u
- Baafata Luqqisii fi k.k.f
Fayyadamuu dhaan akka itti eebbifamtan abdii qabna.
Waaqayyo isin haa Eebbisu!
Posodobljeno dne
3. nov. 2019