1万+
次下载
内容分级
适合所有人
屏幕截图图片
屏幕截图图片
屏幕截图图片
屏幕截图图片
屏幕截图图片
屏幕截图图片
屏幕截图图片
屏幕截图图片

关于此应用

Akkuma beekkamu namni hunduu erga dhalatee maqaa barbaada。 Yero heddu maqaa kan moggaasu maatiidha。 Maatiin immoo maqaa hunda maqaa ta'eef jecha cal jedhee namatti hin moggaasu。
-Aappilikeeshinni kunis akka maatiin ijoollee isaaniif maqaa gaggaarii eenyummaa isaanii calaqqisu, kan oromummaa isaanii ibsu haala salphaa ta'een akka filataniif qarqaara。 Applikeeshiniin bilbiloota ‘android’ MAQAA OROMOO jedhamu kun maqaawwan Oromoon ilmaan isaatti moggaafatu heddu bakka tokkotti walitti qabee haala bareedaadhaan isiniif dhiheesseera。 Kanamalees Applikeeshiniin kun haala salphaa ta'een banamee kan itti fayyadamuun danda'amuudha。
更新日期
2019年2月15日

数据安全

安全始于了解开发者如何收集和分享数据。数据隐私保护和安全措施可能会因您的使用情况、所在地区和用户年龄而异。此类信息由开发者提供,可能会随时间更新。
不与第三方分享任何数据
详细了解开发者如何声明数据分享事宜
不会收集任何数据
详细了解开发者如何声明数据收集事宜
数据在传输过程中会加密

新功能

-UI Improved
-bugs fixed