አፕን ካን ሀለላ ሰልፋፊ ናማቲ ቶሉን yeroo hojjenne isiniif dhiyeessinu baay'ee gammadna. App'n kana keessattis immoo wantii isiin argitaan hundii kitaaba wajjiin wal qixeedha.
Saayinsii akka qaama beekumsaa, adeemsoonnifi gochaaleen qaama beekumsichaa saayinsii gabbisuuf fayyaduutti hiikuun; dameewwan saayinsii uumamaa addaan baasuun hariiroo isaan gidduu jiru ni ibsita;
Dhiibbaa gaariifi badaa hojiirra olmaa saayinsiifi teeknoolojiin jireenya kee irratti, jireenya nama biroo irrattiifi naannoo irratti qabu ni ibsita;
Saayinsiifi teeknoolojiin addunyaa hubachuu keessatti gaheefi gumaacha qaban ni dinqisiifatta;
ፋክኬንያ ሳዓይንቲስቶታ ቤዕካሞ አዱኒያፊ ኢቶፊያ፤ saayinsiifi teeknoloojii keessatti gumaacha taasisaniifi waan isaan gumaachan ni ibsita;
Faayidaa duudhaaleen saayinsaawaa murtee kennuufi rakkoo hiikuu keessatti qaban ni ibsita;
ኣካታኣ ሳኣዪንሢፊ ተክኖሎኦጂይን፤ ዬሱስ ዒንሢ ዒንሢ ዒንሢ ዒንሢ ዒንሢ ዒንሢ ዒንሢ ዒንሢ ዒንሢ ዒንሢ ዒንሢ ዒንሢ ዒንሢ ዒንሢ ዒንሢ ዒንሢ ዒንሢ ዒንሢ ዒንሢ ዒንሢ ዒንሢ ዒንሢ ዒንሢ ዒንሢ ዒንሢ ዒንሢ ዒንሢ ዒንሢ ዒንሢ ዒንሢ ዒንሢ ዒንሢ ማኣንዳኔ። amantaalee, barmaatilleefi akkaataa yaaduu nama tokkoo irratti dhiibbaa qaban ni ibsita;
Meeshaalee daawwanaa, safaraafi walqabsiisuuf fayyadan kanneen akka maayikirooskoppii, meeshaalee yaalii, daawwitiiwwanifi leensiiwwan goobaafi golbaa filachuun itti fayyadamta;
ያኣሊዪዋን ዳላጉፊ ማኪያሌ ዮምሙ ኢቲ ፋይያዳምቱ ኦፍየግኖ ማናያሊ ኦፊፊስ ታ ናሞታ ቢሮይቲፍ xiyyeeffannaa nikennita;
Argannoowwan qorachuufi bu’aa argannoo ibsuu keessatti garee waliin waliigalteen nihojjatta;
Maddawwan garaagaraa fakkeenyaaf manneen kitaabaa, gaazexaawwan, namoota naannootti beekumsa qaban, muuxannoowwan naannoo, intarneetiifi kan kana fakkaatan fayyadamuun odeeffannoo walitti niqabatta;
Mana yaalii keessatti yommuu hojjattu balaawwan uumamuu danda’an adda baasuun adeemsota ofeeggannoo sirrii ta’an hojii irra ni oolchita.