Hawaasni Oromoo dubbii ergaa guddoo qabdu dabarfachuufi gabaabsee fixuuf mammaaksatti dhimma baha. Yeroo baay'ee manguddoonni araarsufis ta'ee marii hawaas-dinagdee add Addaf yoo walga'an yaada isaanii gadi fagessanii garuu osoo dubbii hindheressin ibsachuuf mammaaksatti dhimma bahu.
Mammaaksa Mosaajii kana keessatti argman keessaa muraasa፡
"አባን ኢያቱ ማሌ ኦላን ሂን ቢርማቱ"
“ኣባኣን ዳሕዲ ድጉዕፍ ኢማ ኣፋን ሂን ኡርጋዩ”
“Afaan gaariin afaa gaarii caala”
“ኣባኣ ሂን ክቡዱ ኣካኣካዩፍ ቡቺ”
“ኣብኣን ካብሳዕ ኦፍቲ ሒን ኺቅይሱ”
"ባካ ኦኦላን ኢራ ባካ ቡላን ዋያ"
“ባላሊኢቲ ባሊኢቲ አላቲይን ላፋ ሂን ሀንቃቱ”
“ባራ ቦፍቲ ናማ ናያቴ ሉቱን ናማ ካጄልቲ”
“Bara dhibee bishaan muka namatti yaaba”
“Citaa tokko luqqaasaniif manni hin dhimmisu”
“ኩቡን ቡንii Harka buleen nama nyaachisa”
“ካብሲቱን ቱሉኡ ኣማራእቲን ገይራንስ ጀቲ”
“Dhabaaf malee sombi kan sareeti”
“Dhiira jirtuu dhiirummaa hin dhuunfatan”
“Dhiirsaa fi Niitiin muka tokko irraa muramu”
“ኤርጋ ቧቤሲ ዳርቤ ሳሬን ዱቲ”
“ኢቦ ዳርባታኒ ጂንፉ ሂን ቃታን”
“Fagaatan malee mi'aa biyyaa hin beekan”
“ጋምና ጎወዎምሱን ጅባ ዳባልቹሃ”
“ጋናማን ባሃኒይ ዋቃ ጃላ ሂን ባሃኒ”