Aplikace kana keessatti barataan tokkoo yeroo hundaa batee kan deemu kitaaba dhuunfaa isaa godhachuun akka inni itti fayyadamuuf kitaabni herrega kutaa 7ffaa bifa namatti toluuf salphaa ta'een isiniif jirao. Kunis immoo akka namni bakkafi yeroo irratti hundaa'un barumsaa barachuu barbaadu barachuu hin hafnee ni gargaraa jenne yaada. Namni kam iyyuu biyya keessas ta'ee biyya alaa ta'ee app kan bilbilaa isaa irratti fe'achuun irraa barachuus ni danda'aa. Kanaaf isiniis yoo yaadas ta'ee gaaffii qabduu ta'e nu dubbisuu hin dagattinnaa. Galatoomaa!
Datum aktualizace
22. 3. 2024
Knihy a referenční materiály
Zabezpečení údajů
arrow_forward
Bezpečnost začíná pochopením toho, jak vývojáři shromažďují a sdílejí vaše data. Postupy ochrany soukromí a zabezpečení dat se mohou lišit podle způsobu používání, oblasti a věku. Tyto informace poskytl vývojář a může je průběžně aktualizovat.