Walaloo Harmee - Mother Poems

Obsahuje reklamy
10 tis.+
Stahování
Hodnocení obsahu
Všichni (E)
Snímek obrazovky
Snímek obrazovky
Snímek obrazovky
Snímek obrazovky
Snímek obrazovky
Snímek obrazovky
Snímek obrazovky
Snímek obrazovky
Snímek obrazovky
Snímek obrazovky

Informace o aplikaci

Haati hunda keenyaaf baay'ee kan faayamtedha, Namni haadha ofii jabeessee ani jaalata. Tarii kanaaf ta'uu danda'a amantii fi hawaasa hunda keessatti namni ijoo kabajamuu qabu yoo jiraate Harmee dha. sana booda abbaa fi firoottan biroo akka ta'e himama. Yeroo tokko tokko haadha keenya jaalala akkamii akka jaalannu ibsuun nu rakkisa, sana booda walaloo miira keenya ibsu barbaanna ta'a. Jaalala Haadhaa Walaloon ibsuun namoota hedduu biratti baay'ee beekamaa fi filatamaa kan ta'eedha. Kanaarraa ka'uun; nutis mosaajii "Walaloo Harmee" Afaan Oromootin qophaaye kan jalqabaa dhiheessinee jirra.

Walaloo Mosaajii kana keessatti argaman keessaa muraasa:

Oolmaa guguddaa qabda
Boqonnaa z dhorkitu
Namuummaadha baate
Guddistee nama goote
Gatii Harma keetii
Waa'een isii jabaadha
Jecha sigitu dhabe
Gammahuu koo fudhu
Seenaan kee baay'eedha
Siif himuu dhugaa kee?
Argument Dhiiga keerraan
Ati furtuu jireenyati
Ati Eenyumaan oli
Imimmaanin sirraa haqa
Garaan kee arjaadha
Rakkoo koof rakkatta
Dhibbaaf šan rukuta
Haadha taky hin yaadin
Akeektuu galma kootii
Waanuma horlivá barreessa
Datum aktualizace
28. 4. 2024

Zabezpečení údajů

Bezpečnost začíná pochopením toho, jak vývojáři shromažďují a sdílejí vaše data. Postupy ochrany soukromí a zabezpečení dat se mohou lišit podle způsobu používání, oblasti a věku. Tyto informace poskytl vývojář a může je průběžně aktualizovat.
S třetími stranami nejsou sdílena žádná data
Další informace o tom, jak vývojáři deklarují sdílení
Aplikace neshromažďuje žádná data
Další informace o tom, jak vývojáři deklarují shromažďování
Data jsou šifrována během přenosu