App kana keessatti barataan tokkoo yeroo hundaa batee kan deemu kitaaba dhuunfaa isaa godhachuun akka inni itti fayyadamuuf kitaabni herrega kutaa 7ffaa bifa namatti toluuf salphaa ta'een isiniif qoopha'e jira. Kunis immoo akka namni bakkafi yeroo irratti hundaa'un barumsaa barachuu barbaadu barachuu hin hafnee ni gargaraa jenne yaada. Namni kam iyyuu biyya keessas ta'ee biyya alaa ta'ee app kan bilbilaa isaa irratti fe'achuun irraa barachuus ni danda'aa. Kanaaf isiniis yoo yaadas ta'ee gaaffii qabduu ta'e nu dubbisuu hin dagattinnaa. Galatooma!
Actualización
22 mar 2024
Libros y referencias
Seguridad de los datos
arrow_forward
El primer paso de la seguridad es comprender cómo los desarrolladores recopilan y comparten tus datos. Las prácticas de privacidad y seguridad de datos pueden variar en función del uso de la app, la región y la edad. El desarrollador proporcionó esta información y podría actualizarla con el tiempo.
No se comparten datos con terceros
Más información sobre cómo los desarrolladores declaran el uso compartido
Es posible que esta app recopile estos tipos de datos
Información y rendimiento de la app
Los datos están encriptados en tránsito
No se pueden borrar los datos
Ver detalles
Novedades
The latest version has been released, featuring a redesigned interface, enhanced performance, and improved user-friendliness.