Peaaegu 120 aastat pärast seda, kui Onesmus Nesib tõlkis Piibli Afan Oromo keelde ja esimest paberil trükitud Afaan Oromoo Piiblit, muutus viis, kuidas inimesed Püha Piiblit loevad. Tänapäeval kasutavad peaaegu kõik piibli lugemiseks mobiilseadmeid. Seda asjaolu arvesse võttes pakume seda trendikat piiblirakendust teie Android-seadmele. Installige oma Android-seadmesse ja võtke see endaga kõikjale kaasa ja nautige oma piiblit!
Jumal õnnistagu sind!
Onesmoos Nasiib namni biyya Oromoo bara 1899tti Macaafa Qulqulluu Afaan Oromootti hiikee maxxansiisuudhaan saba Oromootiin ga'ee sabni keenya sagalee Waaqayyoo afaan isaaatiin akka inni godhedub.
Waggaa 120 booda, bara Dijitaalaa (digitaalajastu) jedhamuu dhaan beekamu jaarraa 21ffaa keessa akka itti ilmaan namootaa waa dubbifatan jijjiiramaa dhufe. Har'a namoonni waa dubbisuu dhaaf meeshaa harkatti baatamu (mobiilseade) tti fayyadamu.
Kana' hubannaa keessa galchuudhaan karaa TOKKUMMAA WALDOOTII OROMOO WANGEELAA AWUROOPPAA ( EUROOPA OROMO EVANGEELILISTE KIRIKUTEGADE LIIT, UOECE) Applikeeshinii Andriod Macaafa Qulqulluuaaauadtuaamauhauttiaaaaauuuttiaaaaaaauttiaaaaaaauttiaaaaaaauuuuaaaaaaauuuuaaaaauuuuaaaaaaauuuuaaaaaauuuuuaaaaaaayuaaaaaaayeru Afaan Oromooaaara dubbisto2otagao1
Aplikeeshinii kanaan Macaafa Qulqulluu dubbisuutti dabalee:
- Luqqisii Guyyaa
- Raadio Warra Wangeelaa
- Walaloo Faarfannoota Afaan Oromoo
- Beeksisa Sagantaa hafuuraa yeroo yerootti ba'u
- Baafata Luqqisii fi k.k.f
Fayyadamuu dhaan akka itti eebbifamtan abdii qabna.
Waaqayyo isin haa Eebbisu!