የመጀመሪያው ባለብዙ አማራጭ የመንጃ ፍቃድ ፈተና መተግበሪያ በሁለት ቋንቋ አማራጮች እነሱም በአማርኛ እና በአፋን ኦሮሞ በ 10 የተለያዩ ምድቦች ከ 3 ሺህ በላይ ጥያቄዎች እስከ መልሶቻቸው ህዝብ ህዝብ -1 ፣ የህዝብ ማመላለሻ ፣ ደረቅ ጭነት ፣ ፣ መረጃ ፣ ህግ ፣ ሳይኮሎጂ ሌሎችም ሌሎችም ትምህርታዊ ጥያቄዎች እና መልሶቻቸውን በዚህ ልዩ የሙያ መስክ ዕውቀትን ለሚፈልጉ ሁሉ በጥንቃቄ የተዘጋጀ ::
Applilikeeshinii biyya keenyatti kan jalqabaafi baay`ee faayidaa qabeessa ta`ee, qorumsa konkolaachisummaaf of qopheessuuf nama gargaaru. Qooqa lamaan (Amaariffafi Afaan oromoon) kan qophaa`efii gaaffiif deebii kuma sadii (300) ol kan qabu. Gosa qormaata kudhaniin: kanneen akka Ummata tokko, Geejjiba ummataa, Geejjiba gogaa, Teeknika Seera, Xiinsammuu, Odeeffannoo konkoolaachisuummaafi gaaffiif deebii kan biroo warren ogummaa kanaan beekumsa barbaadaniif haba.
Aukera anitzeko gidabaimenaren lehen eskaerak Amharic eta Afan Oromo-ren aukera elebidunak biltzen ditu 3.000 galdera eta erantzun baino gehiago dituzten 10 kategoria desberdinetan: Public-1, Garraio Publikoa, Karga Lehorra, Gidatzeko Teknika, Informazioa eta Gidatzeko Legea, Psikologia eta arlo berezi honetan ezagutza bilatzen duen edonorentzako arreta handiz prestatutako galdera eta erantzun gehiago.
Azken eguneratzea
2024(e)ko eka. 22(a)