Tämä sovellus on suunniteltu kuudennen luokan opiskelijoille, jotka oppivat Afaan Oromooa toisena kielenä. Käyttämällä tätä sovellusta opiskelijat voivat saada kirjansa sähköisessä muodossa. App'n kun Afaan Oromoo Kutaa 6ffaa akk Afaan 2ffaa bifa salphaafi namatti toluun bakka tokkootti waan qinda'eef namni haala salphaa ta'een itti fayyadamuu ni danda'aa. App kana yeroo fayyadamtaan immoo daataa dhimma dhuunfaa keessan kan ilaalatu kan sassabnuu tokkoo illee hin jiru. Kunis immoo App'n bilisaan akka namni bakkafi yeroon osoo hin dangeeffamiin itti fayyadamu ni taasisan jechuun kan qophaa'edha. App'n kun akkuma kitaaba guddaa sana bifa boqonnaa boqonnaan adda baasun waan qindaa'eeffis namni akka hin rakkanne taasisa. Nagaa Walgaafachuufi Of-beeksisuu. Maatii Galgaleefi Mana barnootaa Ishee Sheekkoo Meeshaalee Manaa Oduu Durii Halluu Iddoowwan Jechibsoo Jos sinulla on ehdotuksia, kerro minulle. ማንኛውም አስተያየት ካለዎት እባክዎ ያሳውቁኝ። Kiitos!
Päivitetty
3.9.2023
Kirjat ja hakuteokset
Dataturvallisuus
arrow_forward
Turvallisuus alkaa siitä, että ymmärrät, miten kehittäjät keräävät ja jakavat dataasi. Datan yksityisyys- ja turvallisuuskäytännöt saattavat vaihdella käytön, alueen ja iän mukaan. Kehittäjä on antanut nämä tiedot ja saattaa päivittää niitä myöhemmin.
In this version, the UI has been improved, non-intrusive ads have been fixed, bugs have been fixed, performance has been improved, and it is more user-friendly.