የመጀመሪያው ባለብዙ አማራጭ የመንጃ ፍቃድ ፈተና መለማመጃ መተግበሪያ በሁለት ቋንቋ አማራጮች እነሱም በአማርኛ እና በአፋን ኦሮሞ በ 10 የተለያዩ ምድቦች ከ 3 ሺህ በላይ ጥያቄዎች እስከ መልሶቻቸው እነሱም ህዝብ -1 ፣ የህዝብ ማመላለሻ ፣ ደረቅ ጭነት ፣ ቴክኒክ ፣ መረጃ ፣ ህግ ፣ ሳይኮሎጂ እና ሌሎችም ትምህርታዊ ጥያቄዎች እና መልሶቻቸውን በዚህ ልዩ የሙያ መስክ ዕውቀትን ለሚፈልጉ ሁሉ በጥንቃቄ የተዘጋጀ ::
Applilikeeshinii biyya keenyatti kan jalqabaafi baay`ee faayidaa qabeessa ta`ee, qorumsa konkolaachisummaaf of qopheessuuf nama gargaaru. Qooqa lamaan (Amaariffafi Afaan oromoon) kan qophaa`efii gaaffiif deebii kuma sadii (300) ol kan qabu. Gosa qormaata kudhaniin: kanneen akka Ummata tokko, Geejjiba ummataa, Geejjiba gogaa, Teeknika Seera, Xiinsammuu, Odeeffannoo konkoolaachisuummaafi gaaffiif deebii kan biroo warren ogummaa kanaan beekumsa barbaadaniif haalaan kan qophaa`ha
Ang unang aplikasyon ng pagsubok sa lisensya ng maraming pagpipiliang pagmamaneho ay may kasamang mga pagpipilian sa bilingual sa Amharic at Afan Oromo na may higit sa 3,000 mga katanungan at sagot sa 10 magkakaibang kategorya: Public-1, Public Transport, Dry Load, Technique sa Pagmamaneho, Impormasyon pati na rin ang Batas sa Pagmamaneho, Sikolohiya at higit pa Mga katanungan at sagot na maingat na inihanda para sa sinumang naghahanap ng kaalaman sa espesyal na larangang ito.
Na-update noong
Hun 22, 2024