Mammaaksa Afaan Oromoo

Contient des annonces
10 k+
Téléchargements
Classification du contenu
Tous
Capture d'écran
Capture d'écran
Capture d'écran
Capture d'écran
Capture d'écran
Capture d'écran
Capture d'écran
Capture d'écran
Capture d'écran
Capture d'écran

À propos de cette application

Hawaasni Oromoo dubbii ergaa guddoo qabdu dabarfachuufi gabaabsee fixuuf mammaaksatti dhimma baha. Yeroo baay'ee manguddoonni araarsufis ta'ee marii hawaas-dinagdee adda addaaf yoo walga'an yaada isaanii gadi fagessanii garuu osoo dubbii hindheeressin ibsachuuf mammaaksatti dhimma bahu.

Mammaaksa Mosaajii kana keessatti argaman keessaa muraasa :

"Abbaan iyyatu malee ollaan hin birmatu"
"Abbaan daadhii dhugeef ilma afan hin urgaayu"
"Afaan gaariin afaa gaarii caala"
"Abbaa hin qabduu akaakayyuuf boochi"
"Abbaan cabsaa ofitti hin xiqqeessu"
"Bakka oolan irra bakka bulan wayya"
"Balaliitee balaliitee Allattiin lafa hin hanqattu"
« Bara bofti nama nayaate lootuun nama kajeelti »
"Bara dhibee bishaan muka namatti yaaba"
"Citaa tokko luqqaasaniif manni hin dhimmisu"
"Cubbuun bishaanii Harka buleen nama nyaachisa"
« Cabsituun tulluu amaaraatiin giraancee jetti »
"Dhabaaf malee sombi kan sareeti"
"Dhiira jirtuu dhiirummaa hin dhuunfatan"
« Dhiirsaa fi Niitiin muka tokko irraa muramu »
"Erga waraabessi darbee sareen dutti"
"Eeboo darbatanii jinfuu hin qabatan"
"Fagaatan malee mi'aa biyyaa hin beekan"
"Gamna gowwoomsun jibba dabalachuudha"
“Ganamaan bahani Waaqa jalaa hin bahani”
Dernière mise à jour :
2 sept. 2023

Sécurité des données

La sécurité consiste d'abord à comprendre comment les développeurs collectent et partagent vos données. Les pratiques en matière de confidentialité et de sécurité des données peuvent varier selon votre utilisation, votre région et votre âge. Le développeur a fourni ces renseignements et peut les mettre à jour au fil du temps.
Aucune donnée n'est partagée avec des tiers
En savoir plus à propos de la façon dont les développeurs déclarent le partage
Aucune donnée collectée
En savoir plus à propos de la façon dont les développeurs déclarent la collecte
Les données sont chiffrées en transit