Walaloo Harmee - Mother Poems

Contén anuncios
10.000+
Descargas
Clasificación de contido
Todos
Imaxe de captura de pantalla
Imaxe de captura de pantalla
Imaxe de captura de pantalla
Imaxe de captura de pantalla
Imaxe de captura de pantalla
Imaxe de captura de pantalla
Imaxe de captura de pantalla
Imaxe de captura de pantalla
Imaxe de captura de pantalla
Imaxe de captura de pantalla

Acerca desta aplicación

Haati hunda keenyaaf baay'ee kan faayamtedha, Namni haadha ofii jabeessee nin jaalata. Tarii kanaaf ta'uu danda'a amantii fi hawaasa hunda keessatti namni ijoo kabajamuu qabu yoo jiraate Harmee dha. sana booda abbaa fi firoott biroo akka ta'e himama. Yeroo tokko tokko haadha keenya jaalala akkamii akka jaalannu ibsuun nu rakkisa, sana booda walaloo miira keenya ibsu barbaanna ta'a. Jaalala Haadhaa Walaloon ibsuun namoota hedduu biratti baay'ee beekamaa fi filatamaa kan ta'eedha. Kanaarraa ka'uun; nutis mosaajii "Walaloo Harmee" Afaan Oromootin qophaaye kan jalqabaa dhiheessinee jirra.

Walaloo Mosaajii kana keessatti argaman keessaa muraasa:

Oolmaa guguddaa qabda
Boqonnaa de dhorkite
Namuummaadha baate
Guddistee nome goote
Gatii Harma keetii
Waa'een isii jabaadha
Xecha sigitu dhabe
Gammachuu koo fudhu
Seenaan kee baay'eedha
Se estás ben?
Dispoñer de xogos de discusión
Ati furtuu jireenyati
Ati Eenyumaan oli
Imimmaanin sirraa haqa
Garaan kee arjaadha
Rakkoo koof rakkatta
Dhibbaaf shan rukuta
Haadha tamén hin yaadin
Akeektuu galma kootii
Waanuma quen barreessa
Última actualización
28 de abr. de 2024

Seguranza dos datos

A seguranza pasa por entender como recompilan e comparten os teus datos os programadores. As prácticas relacionadas coa seguranza e a privacidade dos datos utilizadas poden variar en función do uso, a rexión e a idade. O programador facilitou esta información e pode modificala co paso do tempo.
Non se comparten datos con terceiros
Máis información sobre como fan os programadores declaracións acerca dos datos que comparten
Non se recompila ningún dato
Máis información sobre como fan os programadores declaracións acerca da recompilación de datos
Encríptanse os datos en tránsito