App'n kan haala salphaafi namaatti tolun yeroo hojjenne isiniif dhiyeessinu baay'ee gammadna. App'n kana keessattis immo wantii isiin argitaan hundii kitaaba wajjiin wal qixeedha.
Saayinsii akka qaama beekumsaa, adeemsoonnifi gochaaleen qaama beekumsichaa saayinsii gabbisuuf fayyaduutti hiikuun; dameewwan saayinsii uumamaa addaan baasuun hariiroo isaan gidduu jiru ni ibsita;
דהייבבאא גאארייפי בדאא הוג'יררא אולמאא סאאיינסיפי טעקנוולג'יאין גירעניה קיי אירראטי, ג'ירעניה נמה בירו איראטייפ נאאנו איראטי קאבו ני איבסיטה;
Saayinsiifi teeknoolojiin addunyaa hubachuu keessatti gaheefi gumacha qaban ni dinqisiifatta;
Fakkeenya saayintistoota beekamoo addunyaafi Itoophiyaa; saayinsiifi teeknoloojii keessatti gumacha taasisaniifi waan isaan gumachan ni ibsita;
Faayidaa duudhaaleen saayinsaawaa murtee kennuufi rakkoo hiikuu keessatti qaban ni ibsita;
Akkaataa saayinsiifi teeknoloojiin; אמנטאליע, ברמאטילאיפי אקאאטאא יאאדו נמא טוקו איראטי דהייבבאא קבאן ני איבסיטה;
Meeshaalee daawwanaa, safaraafi walqabsiisuuf fayyadan kanneen akka maayikirooskoppii, meeshaalee yaalii, daawwitiiwwanifi leensiiwwan goobaafi golbaa filachuun itti fayyadamta;
Yaaliiwwan dalaguufi meeshaalee yommuu itti fayyadamtu ofeeggannoo mana yaalii ofiifis ta'ee namoota birootiif xiyyeeffannaa nikennita;
Argannoowwan qorachuufi bu'aa argannoo ibsuu keessatti garee waliin waliigalteen nihojjatta;
Maddawwan garaagaraa fakkeenyaaf manneen kitaabaa, gaazexaawwan, namoota naannotti beekumsa qaban, muuxannoowwan naannoo, intarneetiifi kana kana fakkaatan fayyadamuun odeeffannoo walitti niqabatta;
Mana yaalii keessatti yommuu hojjattu balaawwan uumamuu danda'an adda baasuun adeemsota ofeeggannoo sirrii ta'an hojii irra ni oolchita.
עדכון אחרון בתאריך
31 בדצמ׳ 2023