Mammaaksa Afaan Oromoo

Inniheldur auglýsingar
10 þ.+
Niðurhal
Efnisflokkun
Ekkert aldurstakmark
Skjámynd
Skjámynd
Skjámynd
Skjámynd
Skjámynd
Skjámynd
Skjámynd
Skjámynd
Skjámynd
Skjámynd

Um þetta forrit

Hawaasni Oromoo dubbii ergaa guddoo qabdu dabarfachuufi gabaabsee fixuuf mammaaksatti dhimma baha. Yeroo baay’ee manguddoonni araarsufis ta’ee marii hawaas-dinagdee adda addaaf yoo walga’an yaada isaanii gadi fagessanii garuu osoo dubbii hindheeressin ibsachuuf mammaaksatti dhimma bahu.

Mammaaksa Mosaajii kana keessatti argaman keessaa muraasa:

„Abbaan iyyatu malee ollaan hin birmatu“
“Abbaan daadhii dhugeef ilma afan hin urgaayu”
“Afaan gaariin afaa gaarii caala”
“Abbaa hin qabduu akaakayyuuf boochi”
“Abbaan cabsaa ofitti hin xiqqeessu”
“Bakka oolan irra bakka bulan wayya”
“Balaliitee balaliitee Allattiin lafa hin hanqattu”
“Bara bofti nama nayate lootuun nama kajeelti”
„Bara dhibee bishaan muka namatti yaaba“
“Citaa tokko luqqaasaniif manni hin dhimmisu”
„Cubbuun bishaanii Harka buleen nama nyaachisa“
“Cabsituun tulluu amaaraatiin giraancee jetti”
„Dhabaaf malee sombi kan sareeti“
“Dhiira jirtuu dhiirummaa hin dhuunfatan”
„Dhiirsaa fi Niitiin muka tokko irraa muramu“
“Erga waraabessi darbee sareen dutti”
“Eeboo darbatanii jinfuu hin qabatan”
„Fagaatan malee mi'aa biyyaa hin beekan“
“Gamna gowwoomsun jibba dabalachuudha”
„Ganamaan bahanii Waaqa jalaa hin bahani“
Uppfært
2. sep. 2023

Gagnaöryggi

Öryggi hefst með skilningi á því hvernig þróunaraðilar safna og deila gögnunum þínum. Persónuvernd gagna og öryggisráðstafanir geta verið breytilegar miðað við notkun, svæði og aldur notandans. Þetta eru upplýsingar frá þróunaraðilanum og viðkomandi kann að uppfæra þær með tímanum.
Engum gögnum deilt með þriðju aðilum
Nánar um yfirlýsingar þróunaraðila um deilingu gagna
Engum gögnum safnað
Nánar um yfirlýsingar þróunaraðila um gagnasöfnun
Gögn eru dulkóðuð í flutningum