App kana keessatti barataan tokkoo yeroo hundaa batee kan deemu kitaaba dhuunfaa isaa godhachuun akka inni itti fayyadamuuf kitaabni herrega kutaa 7ffaa bifa namatti toluuf salphaa ta'een isiniif qoopha'e jira. Kunis immoo akka namni bakkafi yeroo irratti hundaa'un barumsaa barachuu barbaadu barachuu hin hafnee ni gargaraa jenne yaada. Namni kam iyyuu biyya keessas ta'ee biyya alaa ta'ee app kan bilbilaa isaa irratti fe'achuun irraa barachuus ni danda'aa. Kanaaf isiniis yoo yaadas ta'ee gaaffii qabduu ta'e nu dubbisuu hin dagattinnaa. Galatomaa!
Ultimo aggiornamento
22 mar 2024
Libri e consultazione
Sicurezza dei dati
arrow_forward
Alla base della sicurezza c'è la comprensione di come gli sviluppatori raccolgono e condividono i tuoi dati. Le misure di protezione della privacy e della sicurezza dei dati potrebbero variare in base all'utilizzo, all'regione e all'età. Lo sviluppatore ha fornito queste informazioni e potrebbe aggiornarle nel tempo.
Nessun dato condiviso con terze parti
Scopri di più sulla modalità di condivisione dei dati dichiarata dagli sviluppatori
L'app potrebbe raccogliere questi tipi di dati
Informazioni e prestazioni dell'app
I dati vengono criptati in transito
I dati non possono essere eliminati
Mostra dettagli
Novità
The latest version has been released, featuring a redesigned interface, enhanced performance, and improved user-friendliness.