ជិត 120 ឆ្នាំបន្ទាប់ពីការបកប្រែព្រះគម្ពីរទៅជា Afan Oromo ដោយ Onesmus Nesib និង Afaan Oromoo Bible ដែលបានបោះពុម្ពជាលើកដំបូងនៅលើក្រដាស របៀបដែលមនុស្សអានព្រះគម្ពីរបរិសុទ្ធបានផ្លាស់ប្តូរយ៉ាងខ្លាំង។ សព្វថ្ងៃនេះ ស្ទើរតែគ្រប់គ្នាប្រើឧបករណ៍ចល័តដើម្បីអានព្រះគម្ពីរ។ ដោយពិចារណាលើការពិតនេះ យើងផ្តល់ជូននូវកម្មវិធីព្រះគម្ពីរដ៏ទាន់សម័យនេះសម្រាប់ឧបករណ៍ Android របស់អ្នក។ ដំឡើងនៅលើឧបករណ៍ Android របស់អ្នក ហើយយកវាទៅជាមួយអ្នកគ្រប់ទីកន្លែងដែលអ្នកទៅ ហើយរីករាយនឹងព្រះគម្ពីររបស់អ្នក!
ព្រះប្រទានពរអ្នក!
Onesmoos Nasiib namni biyya Oromoo bara 1899tti Macaafa Qulqulluu Afaan Oromootti hiikee maxxansiisuudhaan saba Oromootiin ga'ee sabni keenya sagalee Waaqayyoo afaan isaatiin akka inni dubbifatu godhe
Waggaa 120 booda, bara Dijitaalaa (Digital Age) jedhamuu dhaan beekamu jaarraa 21ffaa keessa akka itti ilmaan namootaa waa dubbifatan jijjiiramaa dhufe ។ Har'a namoonni waa dubbisuu dhaaf meeshaa harkatti baatamu (ឧបករណ៍ចល័ត) tti fayyadamu ។
Kana hubannaa keessa galchuudhaan karaa TOKKUMMAA WALDOOTII OROMOO WANGEELAA AWUROOPPAA (UNION OF OROMO EVANGELICAL CHURCHES OF EUROPE, UOECE) Applikeeshinii Andriod Macaafa Qulqulluu Afaan'200000000000000000000000001
Aplikeeshinii kanaan Macaafa Qulqulluu dubbisuutti dabalee:
- Luqqisii Guyyaa
- វិទ្យុ Warra Wangeelaa
- Walaloo Faarfannoota Afaan Oromoo
- Beeksisa Sagantaa hafuuraa yeroo yerootti ba'u
- Baafata Luqqisii fi k.k.f
Fayyadamuu dhaan akka itti ebbifamtan abdii qabna ។
Waaqayyo isin haa Eebbisu!
បានដំឡើងកំណែនៅ
3 វិច្ឆិកា 2019