ເກືອບ 120 ປີຫຼັງຈາກການແປຄໍາພີໄບເບິນເປັນ Afan Oromo ໂດຍ Onesmus Nesib ແລະພິມ Afaan Oromoo ທໍາອິດໃນເຈ້ຍ, ວິທີທີ່ຄົນອ່ານຄໍາພີບໍລິສຸດໄດ້ປ່ຽນແປງຢ່າງໃຫຍ່ຫຼວງ. ໃນປັດຈຸບັນ, ເກືອບທຸກຄົນໃຊ້ອຸປະກອນມືຖືເພື່ອອ່ານຄໍາພີໄບເບິນ. ພິຈາລະນາຄວາມເປັນຈິງນີ້, ພວກເຮົາສະເຫນີໃຫ້ app ຄໍາພີທັນສະໄຫມນີ້ສໍາລັບອຸປະກອນ Android ຂອງທ່ານ. ຕິດຕັ້ງໃນອຸປະກອນ Android ຂອງທ່ານແລະເອົາມັນກັບທ່ານທຸກບ່ອນທີ່ທ່ານໄປແລະມີຄວາມສຸກພະຄໍາພີຂອງທ່ານ!
ພຣະເຈົ້າອວຍພອນທ່ານ!
Onesmoos Nasiib namni biyya Oromoo bara 1899tti Macaafa Qulqulluu Afaan Oromootti hiikee maxxansiisuudhaan saba Oromootiin ga'ee sabni keenya sagalee Waaqayyoo afaan isaatiin akka inni dubbifatu godhe.
Waggaa 120 booda, bara Dijitaalaa (Digital Age) jedhamuu dhaan beekamu jaarraa 21ffaa keessa akka itti ilmaan namootaa waa dubbifatan jijjiiramaa dhufe. Har'a namoonni waa dubbisuu dhaaf meeshaa harkatti baatamu (ອຸປະກອນມືຖື) tti fayyadamu.
Kana hubannaa keessa galchuudhaan karaa TOKKUMMAA WALDOOTII OROMOO WANGEELAA AWUROOPPAA (UNION OF OROMO EVANGELICAL CHURCHES OF EUROPE, UOECE) Applikeeshinii Andriod Macaafa Qulqulluu Afaan'Udahudama duo 2000:00:00.
Aplikeeshinii kanaan Macaafa Qulqulluu dubbisuutti dabalee:
- Luqqisii Guyyaa
- ວິທະຍຸ Warra Wangeelaa
- Walaloo Faarfannoota Afaan Oromoo
- Beeksisa Sagantaa hafuuraa yeroo yerootti ba'u
- Baafata Luqqisii fi k.k.f
Fayyadamuu dhaan akka itti ebbifamtan abdii qabna.
Waaqayyo isin haa Eebbisu!
ອັບເດດແລ້ວເມື່ອ
3 ພ.ຈ. 2019