Mammaaksa Afaan Oromoo

Yra skelbimų
10 tūkst.+
Atsisiuntimai
Turinio įvertinimas
Visiems
Ekrano kopijos vaizdas
Ekrano kopijos vaizdas
Ekrano kopijos vaizdas
Ekrano kopijos vaizdas
Ekrano kopijos vaizdas
Ekrano kopijos vaizdas
Ekrano kopijos vaizdas
Ekrano kopijos vaizdas
Ekrano kopijos vaizdas
Ekrano kopijos vaizdas

Apie šią programą

Hawaasni Oromoo dubbii ergaa guddoo qabdu dabarfachuufi gabaabsee fixuuf mammaaksatti dhimma baha. Yeroo baay’ee manguddoonni araarsufis ta’ee marii hawaas-dinagdee adda addaaf yoo walga’an yaada isaanii gadi fagessanii garuu osoo dubbii hindheeressin ibsachuuf mammaaksatti dhimma bahu.

Mammaaksa Mosaajii kana keessatti argaman keessaa muraasa:

„Abbaan iyyatu malee ollaan hin birmatu“
„Abbaan daadhii dhugeef ilma afan hin urgaayu“
„Afaan gaariin afaa gaarii caala“
„Abbaa hin qabduu akaakayyuuf boochi“
„Abbaan cabsaa ofitti hin xiqqeessu“
„Bakka oolan irra bakka bulan wayya“
„Balaliitee balaliitee Allattiin lafa hin hanqattu“
„Bara bofti nama nayaate lootuun nama kajeelti“
„Bara dhibee bishaan muka namatti yaaba“
„Citaa tokko luqqaasaniif manni hin dhimmisu“
„Cubbuun bishaanii Harka buleen nama nyaachisa“
„Cabsituun tulluu amaaraatiin giraancee jetti“
„Dhabaaf malee sombi kan sareeti“
„Dhiira jirtuu dhiirummaa hin dhuunfatan“
„Dhiirsaa fi Niitiin muka tokko irraa muramu“
„Erga waraabessi darbee sareen dutti“
„Eeboo darbatanii jinfuu hin qabatan“
„Fagaatan malee mi'aa biyyaa hin beekan“
„Gamna gowwoomsun jibba dabalachuudha“
„Ganamaan bahanii Waaqa jalaa hin bahani“
Atnaujinta
2023-09-02

Duomenų sauga

Norint užtikrinti saugą pirmiausia reikia suprasti, kaip kūrėjai renka ir bendrina jūsų duomenis. Duomenų privatumo ir saugos praktika gali skirtis, atsižvelgiant į jūsų naudojimą, regioną ir amžių. Kūrėjas pateikė šią informaciją ir gali atnaujinti per laiką.
Jokie duomenys nėra bendrinami su trečiosiomis šalimis
Sužinokite daugiau, kaip kūrėjai apibrėžia bendrinimą
Nerenkami jokie duomenys
Sužinokite daugiau, kaip kūrėjai apibrėžia rinkimą
Perduodami duomenys šifruojami