Jaallattoota Sirboota Jaalalaa Afaan Oromootif; Mosaajiin kun Sirboota jaalalaa babbareedoo fi baay'ee ta'an kan of keessatti qabateedha. Jaalala onnee irraa madde bifa sirbaatin ibsachuufi boohartii guyyuutif. Akkasuma, Sirboota duriifi kan ammayyaa of keessatti hammatee jira.
Sirboota Mosaajii kana keessatti hammataman keessaa muraasa:
Hiree tiyya - Kumale Boru
Sin yaada - Qasim Simbo
Boqonnaa na dhowwe - Oromo-muziek
Oolte bultee - Adnan Mohamed
Obsuun dadhabee - Oromo-muziek
Maaloo si yaadee - Fayisa Furi
Maalif na rakkifta - Iftu Mohamed
Maal naa wayya - Gadise Shemsedin
Loomi tiyya - Feyisa Furi
Lookoo Wallaggaa - Oromo-muziek
Lash godhi - Mohamed Adam
Kumkummee - Abebe Abishu
Kottu Birraa - Falmataa Roorroo
Keessakoo naaf bari - Hana Mohamed
Jiruun te siwajjin - Oromo Muziek
Jaalatamuu malee - Falmataa Roorroo
Jaalalaan sirra aanu - Oromo Music
Ijaan na laaltee - Nigusu Tamirat
Waliif nu dhiisan - Hasan Mohamed
Hangaatuu - Oromo-muziek
Siin qabameen jira - Oromo-muziek
Dumbushee Galaa - Ali Shabo
Booye imimmani - Oromo Music
Biiftuu Ganamaa - Abdulmalik Hasan
Yoom na raffisa - Oromo-muziek