Fayyadamni (Application) kun waa'ee Sirna Gadaa karaa salphaa ta’een, amaloota bu’uuraa fi maalummaa Sirna Gadaa uummata Oromoo irratti odeeffannoofi hubannoo kennuuf yaadame kan qophaa’eedha.
Mataduree / qabduu barbaaddan cuqaasuun / tuquun odeeffannoo (ibsa) bu'uura waa’ee Sirna Gadaa, Sona Ijoowwan Isaa, Caasaa, Sadarkaa, Dhaabbata (Jaarmiyaa), Odaawwan Gurguddoo, Irreecha fi Seerota Bu’uura.
Denne appen er laget for en rask og enkel måte å forstå Gomo-systemet til Oromo-folket. Den fremhever alle de grunnleggende egenskapene og egenskapene til Gada-systemet ved å gi informasjonen du trenger å vite om Gomo-systemet til Oromo-folket.
Ved å trykke på en bestemt knapp / titler, kan du raskt få tilgang til mer detaljert informasjon om Gada System, dets kjerneverdier, strukturer, rangeringer (karakterer), institusjoner, de store Oda's, Irrecha og de grunnleggende lovene til Gada System.