Walaloo Harmee - Mother Poems

Contém anúncios
10 mil+
Downloads
Classificação do conteúdo
Todos
Imagem da captura de tela
Imagem da captura de tela
Imagem da captura de tela
Imagem da captura de tela
Imagem da captura de tela
Imagem da captura de tela
Imagem da captura de tela
Imagem da captura de tela
Imagem da captura de tela
Imagem da captura de tela

Sobre este app

Haati hunda sharpyaaf baay'ee kan faayamtedha, Namni haadha ofii jabeessee ni jaalata. Tarii kanaaf ta'uu danda'a amantii fi hawaasa hunda keessatti namni ijoo kabajamuu qabu yoo jiraate Harmee dha. sana booda abbaa fi firoottan biroo akka ta'e himama. Yeroo tokko tokko haadha sharpya jaalala akkamii akka jaalannu ibsuun nu rakkisa, sana booda walaloo miira sharpya ibsu barbaanna ta'a. Jaalala Haadhaa Walaloon ibsuun namoota hedduu biratti baay'ee beekamaa fi filatamaa kan ta'eedha. Kanaarraa ka'uun; nutis mosaajii "Walaloo Harmee" Afaan Oromootin qophaaye kan jalqabaa dhiheessinee jirra.

Walaloo Mosaajii kana keessatti argaman keessaa muraasa:

Oolmaa guguddaa qabda
Boqonnaa de dhorkite
Namuummaadha baate
Guddistee nama goote
Gatii Harma keetii
Waa'een isii jabaadha
Jecha sigitu dhabe
Gammachuu koo fudhu
Seenaan kee baay'eedha
Siif himuu dhugaa kee?
Dhiiga keerraan argame
Ati furtuu jireenyati
Ati Eenyumaan oli
Imimmaanin sirraa haqa
Garaan kee arjaadha
Rakkoo koof rakkatta
Dhibbaaf shan rukuta
Haadha também hin yaadin
Akeektuu galma kootii
Waanuma aguçado barreessa
Atualizado em
28 de abr. de 2024

Segurança dos dados

Sua segurança começa com o entendimento de como os desenvolvedores coletam e compartilham seus dados. As práticas de segurança e privacidade de dados podem variar de acordo com o uso, a região e a idade. O desenvolvedor forneceu as informações a seguir, que podem ser atualizadas ao longo do tempo.
Os dados não são compartilhados com terceiros
Saiba mais sobre como os desenvolvedores declaram o compartilhamento
Nenhum dado foi coletado
Saiba mais sobre como os desenvolvedores declaram a coleta
Os dados são criptografados em trânsito