Mammaaksa Afaan Oromoo

Conține anunțuri
10 K+
Descărcări
Evaluarea conținutului
Toți
Captură de ecran
Captură de ecran
Captură de ecran
Captură de ecran
Captură de ecran
Captură de ecran
Captură de ecran
Captură de ecran
Captură de ecran
Captură de ecran

Despre aplicație

Hawaasni Oromoo dubbii ergaa guddoo qabdu dabarfachuufi gabaabsee fixuuf mammaaksatti dhimma baha. Yeroo baay’ee manguddoonni araarsufis ta’ee marii hawaas-dinagdee adda addaaf yoo walga’an yaada isaanii gadi fagessanii garuu osoo dubbii hindheeressin ibsachuuf mammaaksatti dhimma bahu.

Mammaaksa Mosaajii kana keessatti argaman keessaa muraasa:

„Abbaan iyyatu malee ollaan hin birmatu”
„Abbaan daadhii dhugeef ilma afan hin urgaayu”
“Afaan gaariin afaa gaarii caala”
„Abbaa hin qabduu akaakayyuuf boochi”
„Abbaan cabsaa ofitti hin xiqqeessu”
„Bakka oolan irra bakka bulan wayya”
„Balaliitee balaliitee Allattiin lafa hin hanqattu”
„Bara bofti nama nayaate lootuun nama kajeelti”
„Bara dhibee bishaan muka namatti yaaba”
„Citaa tokko luqqaasaniif manni hin dhimmisu”
„Cubbuun bishaanii Harka buleen nama nyaachisa”
“Cabsituun tulluu amaaraatiin giraancee jetti”
„Dhabaaf malee sombi kan sareeti”
„Dhiira jirtuu dhiirummaa hin dhuunfatan”
„Dhiirsaa fi Niitiin muka tokko irraa muramu”
„Erga waraabessi darbee sareen dutti”
„Eeboo darbatanii jinfuu hin qabatan”
„Fagaatan malee mi'aa biyyaa hin beekan”
„Gamna gowwoomsun jibba dabalachuudha”
„Ganamaan bahanii Waaqa jalaa hin bahani”
Ultima actualizare
2 sept. 2023

Siguranța datelor

Siguranța începe cu înțelegerea modului în care dezvoltatorii îți colectează și trimit datele. Practicile de securitate și confidențialitate a datelor pot varia în funcție de modul de utilizare, de regiune și de vârsta ta. Dezvoltatorul a oferit aceste informații și le poate actualiza în timp.
Nu sunt trimise date terțelor părți
Află mai multe despre cum declară dezvoltatorii trimiterea
Nu au fost colectate date
Află mai multe despre cum declară dezvoltatorii colectarea
Datele sunt criptate în timpul transmiterii