Hiibboo эквивалентно Riddle на английском языке, почти :) Hiibboo или Riddle - это форма игры в угадайку, которая с древних времен была частью фольклора большинства культур. Приложение содержит несколько вопросов Hiibboo на языке афан оромо.
Hiibboon Afoola (Dabaree Seenaa) Oromoo keessaa tokkoo.
Taphni kunis bifa gaaffiifi deebiin kan taphatamu yoo ta'u yeroo baayyee kan taphatamus galgala erga loon galanii booda hanaga sa'atiin hirriibaa gahuu ibidda maddii taa'aniiti.
Seerota tapha kanaa keessaa inni tokko kan nama lamaan (gaafataa fi gaafatamaa) taphatamu ta’uu isaati. Namooti lameen gaafataa fi gaafatamaa erga ta'an booda gaafataan gaaffii isaa dhiyessa. Namni gaafatamu suniswanoota deebii itti fakkaatan maqaa dhahuun deebisuf yaalii godha. Yoo deebii sirritti argate gaafataan ‘beekte ykn argatte’ jadheenii bakka waljijjiirun, jachuunis inni gaafataa ture gaafatamaa ta’un fi inni gaafatamaa ture gaafataa ta’un tapha isaanii itti fufu.
Спасибо за скачивание,
OROMNET Software and Application Development PLC, Некемте, Эфиопия
Последнее обновление
30 окт. 2023 г.