App kana keessatti barataan tokkoo yeroo hundaa batee kan deemu kitaaba dhuunfaa isaa godhachuun akka inni itti fayyadamuuf kitaabni herrega kutaa 7ffaa bifa namatti toluuf salphaa ta'een isiniif jirao. Kunis immoo akka namni bakkafi yeroo irratti hundaa'un barumsaa barachuu barbaadu barachuu hin hafnee ni gargaraa jenne yaada. Namni kam iyyuu biyya keessas ta'ee biyya alaa ta'ee app kan bilbilaa isaa irratti fe'achuun irraa barachuus ni danda'aa. Kanaaf isiniis yoo yaadas ta'ee gaaffii qabduu ta'e nu dubbisuu hin dagattinnaa. Galatoomaa!
Aktualizované
22. 3. 2024
Knihy a príručky
Zabezpečenie údajov
arrow_forward
Bezpečnosť sa začína porozumením tomu, ako vývojári zhromažďujú a zdieľajú vaše údaje. Postupy zabezpečenia a uchovávania údajov v súkromí sa môžu líšiť v závislosti od používania, regiónu a veku. Tieto informácie poskytol vývojár a môže ich časom aktualizovať.