Takmer 120 rokov po preklade biblie do Afan Oromo od Onesmusa Nesiba a prvej tlačenej Afaan Oromoo Biblii na papieri sa spôsob, akým ľudia čítajú Svätú Bibliu, radikálne zmenil. V súčasnosti takmer každý používa mobilné zariadenia na čítanie Biblie. Berúc do úvahy túto skutočnosť, ponúkame túto trendovú aplikáciu Biblie pre vaše zariadenie so systémom Android. Nainštalujte si do svojho zariadenia s Androidom a vezmite si ho so sebou, kamkoľvek pôjdete, a užite si svoju bibliu!
Boh ti žehnaj!
Onesmoos Nasiib namni biyya Oromoo bara 1899tti Macaafa Qulqulluu Afaan Oromootti hiikee maxxansiisuudhaan saba Oromootiin ga'ee sabni keenya sagalee Waaqayyoo dubaka inhebi isaatiin
Waggaa 120 booda, bara Dijitaalaa (Digitálny vek) jedhamuu dhaan beekamu jaarraa 21ffaa keessa akka itti ilmaan namootaa waa dubbifatan jijjiiramaa dhufe. Har'a namoonni waa dubbisuu dhaaf meeshaa harkatti baatamu (mobilné zariadenie) tti fayyadamu.
gau hubannaa keessa galchuudhaan karaa TOKKUMMAA WALDOOTII OROMOO WANGEELAA AWUROOPPAA (ÚNIA OROMSKÝCH EVANJELICKÝCH CIRKVÍ EURÓPY, UOECE) Applikeeshinii Andriod Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoyero jagadhiistota
Aplikeeshinii kanaan Macaafa Qulqulluu dubbisuutti dabalee:
- Luqqisii Guyyaa
- Rádio Warra Wangeelaa
- Walaloo Faarfannoota Afaan Oromoo
- Beeksisa Sagantaa hafuuraa yeroo yerootti ba'u
- Baafata Luqqisii fi k.k.f
Fayyadamuu dhaan akka itti eebbifamtan abdii qabna.
Waaqayyo isin haa Eebbisu!