Bulgicha Nyaachisi! (Afaan Oro

1 tn+
Nedladdningar
Innehållsklassificering
Ingen åldersgräns
Skärmdumpsbild
Skärmdumpsbild
Skärmdumpsbild
Skärmdumpsbild
Skärmdumpsbild
Skärmdumpsbild
Skärmdumpsbild

Om spelet

Bulguu Nyaachisii'n bu'uroota dubbisuu ijoollee barsiisa. Tapha keessatti, ijoolleen killee guuruudhaan qubee fi jechoota nyaachisuudhaan killeelee hiriyyoomfatu!

Ijoolleen qubee addaan baafachuu baratu, fi jechoota kaasuu fi dubbisuu. Tapha kana taphachuun, ijoolleen barnootaan cimoo tahu, akkasumas jechoota sassalphoo dubbisuuf qophii tahu. Ijoolleen keessan akka baratanii fi milkaawan barbaanna!

Bulgicha Nyaachisii'n 100% bilisa. Takka fe'amnaan, Intarneetni sin barbaachisu! Dhaabbiilee barnootaa bu'aa-Malee CET, Apps Factory, fi Nyfiken Learning jedhamaniin hojjatame.

Iccitummaa:

Poolisii Iccitummaa Barnoota Xiinxallii - Bulgicha Nyaachisi
Barnoota Xiinxallii akka ijoolleen hunduu mobaayila irratti barachuu danda'an dandeessisuuf hojjanne. Iccitummaan ijoollee fi maatii isaaniitiif barbaachisaa tahuu ni hubanna. Fuulli kun odeeffannoo akkam akka sassaabnu, akkamitti akka fayyadamnu, fi tiikfama Isaa akkatti eegsifnu siif IBSA.
HOJUMAATONNI BARNOOTA XIINXALLII ODEEFFANNOO AKKAM SASSAABU?
Odeeffannoo akkaataa lamaan sassaabna: hujumaata keessaa maal akka fayyadamtuu fi yeroo hujumaata irratti cuqaaftu sassaabna, fi iddoo hujumaanni keenna Itti fayyadamamu baruuf iddoo ati jirtu ni barra. Odeeffannoo dhuunfaa Kan sii fi ilma kee rakkoof saaxilu Kan akka maqaa fi lakkoofsa bilbilaa hin sassaabnu.
BARNOONNI XIINXALLII ODEEFFANNOO SASSAABU AKKAMITTI FAYYADAMA?
Daataa hujumaata keessaa hujumaata keenya fooyyessuu fi iddoo hujumaanni keenya Itti fayyadamamu baruuf sassaabna. Fakkeenyonni akkaataa Itti daataa kee fayyadamnu hangi Tokko Isaan Asii gadiiti:

Qo'attoota akkaataa hujumaata barnootaaf Itti fooyyeffamu qo'ataniif ni hirra. Bu'aan qo'annoo kanaa barsiisotaa fi qo'attootaaf gama konfaransootaa fi maxxansamaan ni raabsama.
Daataa argannu hubannotti jijjiiruuf ni sakattaana, fakkeenyaaf, hujumaata keessaa tapha kamtu irra taphatamaa baruuf.
BARNOONNI XIINXALLII AKKAMITTI SIIF ODEEFFANNOO KEE TIIKSA?
Hujumaanni Barnoota Xiinxallii odeeffannoo dhuunfaa saaxiloo Tahan hin sassaaban.
Akkaataa Itti Itti fayyadamnu sarvaroota keenyarra keenya, Fulbaana 2017 irraa eegalee Amazon kaahamu.
Qo'attoonni kun daataa kanneen argachuuf walii-Galtee gamtummaa Kan poolisii Itti-fayyadamiinsa daataa fi nagummaa DATAA Barnoota Xiinxallii wajjiin mallatteessuu qabu.
QUUNNAMTII
Gaaffii, dhimmama, yk yaada poolisii iccitummaa kanarratti Yoo qabaatte, maaloo info@curiouslearning.org irratti nu quunnami.

-----

Mata Monster lär barn grunderna i läsning i Oromo. Samla monster ägg och mata dem brev så att de kan växa till nya vänner!
 
VAD ÄR mata MONSTER?
Mata Monster använder beprövade ’spela för att lära’ tekniker för att engagera barnen och hjälpa dem att lära sig att läsa. Barnen njuta av att samla in och växande sällskapsdjur monster samtidigt lära läsning fundamenta.
 
Gratis att ladda ner, inga annonser, NO IN APP INKÖP!
Allt innehåll är 100% gratis, skapad av läskunnighet ideella Nyfiken lärande, CET och Apps Factory.
 
Spelet innehåller ATT FRÄMJA läsförmåga:
• Kul och engagerande Phonics pussel
• Brev spåra spel för att underlätta läsning och skrivning
• Ordförråd minne spel
• Utmanande ”ljud enbart” nivåer
• Föräldra lägesrapport
• Multi-användare logga in för enskilda användare framsteg.
• Samlar, utvecklingsbara och roliga monster
• Utformad för att främja socio-emotionella färdigheter
• Inga köp i appar
• Inga annonser
• Ingen internetanslutning krävs
 
UTVECKLAT AV EXPERTER för ditt barn.
Spelet är baserat på många års forskning och erfarenhet i vetenskapen om läskunnighet. Den innehåller viktiga färdigheter för läs- och skrivkunnighet, inklusive fonologisk medvetenhet, Letter Recognition, Phonics, ordförråd och Sight Word läsning så att barnen kan utveckla en stark grund för läsning. Uppbyggd kring konceptet att ta hand om en samling av monster, är det avsett att uppmuntra empati, uthållighet och socioemotionella utveckling för barn.
Uppdaterades den
7 juli 2020

Datasäkerhet

Säkerhet börjar med förståelsen av hur utvecklare samlar in och delar din data. Praxis för dataintegritet och säkerhet varierar beroende på användning, region och ålder. Utvecklaren har tillhandahållit denna information och kan uppdatera den med tiden.
Den här appen kan dela data av följande typ med tredje part
Plats, Appaktivitet och Appinformation och appens prestanda
Den här appen kan samla in data av följande typ
Plats, Appaktivitet och Appinformation och appens prestanda
Data krypteras när den skickas
Du kan begära att datan raderas
Mån om att följa familjepolicyn för Play

Nyheter

Families policy update.