Nästan 120 år efter översättningen av bibeln till Afan Oromo av Onesmus Nesib och den första tryckta Afaan Oromoo-bibeln på papper, förändrades hur människor läser Bibeln radikalt. Nu för tiden använder nästan alla mobila enheter för att läsa Bibeln. Med hänsyn till detta faktum erbjuder vi denna trendiga bibelapp för din Android-enhet. Installera på din Android-enhet och ta den med dig vart du än går och njut av din bibel!
Gud välsigne dig!
Onesmoos Nasiib namni biyya Oromoo bara 1899tti Macaafa Qulqulluu Afaan Oromootti hiikee maxxansiisuudhaan saba Oromootiin ga'ee sabni keenya sagalee Waaqayyoo afaan isaatiin akka inni dubbifatu godhe.
Waggaa 120 booda, bara Dijitaalaa (Digital Age) jedhamuu dhaan beekamu jaarraa 21ffaa keessa akka itti ilmaan namootaa waa dubbifatan jijjiiramaa dhufe. Har'a namoonni waa dubbisuu dhaaf meeshaa harkatti baatamu (mobil enhet) tti fayyadamu.
Kana Hubannaa Keessa Galchuudhaan Karaa Tokkummaa Waldootii Oromoo Wangeelaa Awurooppaa (Union of Oromo Evangeliska kyrkor i Europa, Uoece) Applikeeshinii Andriod Macaafa qulqulluu Afaan Oromoo Kana Dubbistoota Jaarraa 21Flaf Yeroo Dhiyeessinu Gammachuu Guddaatu nutti dhagaa'ama.
Aplikeeshinii kanaan Macaafa Qulqulluu dubbisuutti dabalee:
- Luqqisii Guyyaa
- Radio Warra Wangelaa
- Walaloo Färgannoota Afaan Oromoo
- Beeksisa Sagantaa hafuuraa yeroo yerootti ba'u
- Baafata Luqqisii fi k.k.f
Fayyadamuu dhaan akka itti eebbifamtan abdii qabna.
Waaqayyo isin haa Eebbisu!
Uppdaterades den
3 nov. 2019
Böcker och referensmaterial