Bulgicha Nyaachisi! (Afaan Oro

elfu 1+
Vipakuliwa
Daraja la maudhui
Kila mtu
Picha ya skrini
Picha ya skrini
Picha ya skrini
Picha ya skrini
Picha ya skrini
Picha ya skrini
Picha ya skrini

Kuhusu mchezo huu

Bulguu Nyaachisii'n bu'uroota dubbisuu ijoollee barsiisa. Tapha keessatti, ijoolleen killee guuruudhaan qubee fi jechoota nyaachisuudhaan killeelee hiriyyoomfatu!

Ijoolleen qubee addaan baafachuu baratu, fi jechoota kaasuu fi dubbisuu. Tapha kana taphachuun, ijoolleen barnootaan cimoo tahu, akkasumas jechoota sassalphoo dubbisuuf qophii tahu. Ijoolleen keessan Akka baratanii fi milkaawan barbaanna!

Bulgicha Nyaachisii'n 100% bilisa. Takka fe'amnaan, Intarneetni dhambi barbaachisu! Dhaabbiilee barnootaa bu'aa-Malee CET, Kiwanda Apps, fi Curious Learning jedhamaniin hojjatame.

Iccitummaa:

Poolisii Iccitummaa Barnoota Xiinxallii - Bulgicha Nyaachisi
Barnoota Xiinxallii Akka ijoolleen hunduu mobaayila irratti barachuu danda'an dandeessisuuf hojjanne. Iccitummaan ijoollee fi maatii isaaniitiif barbaachisaa tahuu nai hubanna. Fuulli kun odeeffannoo Akkam Akka sassaabnu, akkamitti Akka fayyadamnu, fi tiikfama isaa akkatti eegsifnu siif IBSA.
HOJUMAATONNI BARNOOTA XIINXALLII ODEEFFANNOO Akkam SASSAABU?
Odeeffannoo akkaataa lamaan sassaabna: hujumaata keessaa Maal Akka fayyadamtuu fi yeroo hujumaata irratti cuqaaftu sassaabna, fi iddoo hujumaanni keenna Itti fayyadamamu baruuf iddoo ati jirtu nai barra. Odeeffannoo dhuunfaa kan sii fi ilma Kee rakkoof saaxilu kan Akka maqaa fi lakkoofsa bilbilaa hin sassaabnu.
BARNOONNI XIINXALLII ODEEFFANNOO SASSAABU AKKAMITTI FAYYADAMA?
Daataa hujumaata keessaa hujumaata keenya fooyyessuu fi iddoo hujumaanni keenya Itti fayyadamamu baruuf sassaabna. Fakkeenyonni akkaataa Itti daataa Kee fayyadamnu Hangi tokko Isaan asii gadiiti:

Qo'attoota akkaataa hujumaata barnootaaf Itti fooyyeffamu qo'ataniif nai Hirra. Bu'aan qo'annoo Kanaa barsiisotaa fi qo'attootaaf Gama konfaransootaa fi maxxansamaan nai raabsama.
Daataa argannu hubannotti jijjiiruuf nai sakattaana, fakkeenyaaf, hujumaata keessaa Tapha kamtu irra taphatamaa baruuf.
BARNOONNI XIINXALLII AKKAMITTI SIIF ODEEFFANNOO KEE TIIKSA?
Hujumaanni Barnoota Xiinxallii odeeffannoo dhuunfaa saaxiloo tahan hin sassaaban.
Akkaataa Itti Itti fayyadamnu sarvaroota keenyarra keenya, Fulbaana 2017 irraa eegalee Amazon kaahamu.
Qo'attoonni kun daataa kanneen argachuuf Walii-galtee gamtummaa kan poolisii Itti-fayyadamiinsa daataa fi nagummaa dataa Barnoota Xiinxallii wajjiin mallatteessuu qabu.
QUUNNAMTII
Gaaffii, dhimmama, yk yaada poolisii iccitummaa kanarratti yoo qabaatte, maaloo info@curiouslearning.org irratti nu quunnami.

-----

Feed Monster kuwafundisha watoto misingi ya kusoma katika Oromo. Kukusanya monster mayai na kulisha hizo nyaraka ili waweze kukua katika marafiki wapya!
 
FEED NI NINI MONSTER?
Feed Monster inatumia kuthibitika 'kucheza na kujifunza' mbinu za kushirikisha watoto na kuwasaidia kujifunza kusoma. Watoto kufurahia kukusanya na kukua monsters mnyama huku wakisoma kusoma misingi.
 
Bure kwa shusha, NO ADS, NO katika manunuzi programu!
Maudhui yote ni 100% ya bure, iliyoundwa na mashirika yasiyo ya faida kujua kusoma na kuandika Curious Learning, CET, na Kiwanda Apps.
 
GAME FEATURES Kukuza Ujuzi wa kusoma:
• puzzles Inafurahisha na kuchangamsha phonics
• Barua kufuatilia ili kusaidia kusoma na kuandika
• michezo Msamiati kumbukumbu
• Changamoto "sauti tu" ngazi
• Ripoti ya Wazazi maendeleo
• Multi-watumiaji kuingia kwa mtumiaji maendeleo ya mtu binafsi.
• Collectable, evolvable, na monsters furaha
• Iliyoundwa na kukuza ujuzi wa kijamii na kihisia
• Hakuna katika programu ya manunuzi
• Hakuna matangazo
• Hakuna uhusiano internet inahitajika
 
Na wataalamu kwa mtoto wako.
mchezo ni msingi miaka ya utafiti na uzoefu katika sayansi ya kujua kusoma na kuandika. Inashirikisha ujuzi muhimu kwa ajili ya elimu, ikiwa ni pamoja na kifonolojia Uelewa, Barua Recognition, Phonics, Msamiati, na Sight Word Reading hivyo watoto wanaweza kuendeleza msingi imara kwa ajili ya kusoma. Kujengwa karibu dhana ya kutunza ukusanyaji wa monsters, ni iliyoundwa na kuhamasisha uelewa, uvumilivu na maendeleo ya kijamii na kihisia kwa watoto.
Ilisasishwa tarehe
7 Jul 2020

Usalama wa data

Usalama huanza kwa kuelewa jinsi wasanidi programu wanavyokusanya na kushiriki data yako. Faragha ya data na mbinu za usalama zinaweza kutofautiana kulingana na matumizi yako, eneo ulilopo na umri wako. Msanidi programu ametoa maelezo haya na anaweza kuyasasisha kadiri muda unavyopita.
Programu hii huenda ikashiriki aina hii ya data na watu wengine
Mahali, Shughuli za programu na Utendaji na maelezo ya programu
Programu hii huenda ikakusanya aina hizi za data
Mahali, Shughuli za programu na Utendaji na maelezo ya programu
Data inasimbwa kwa njia fiche inapotumwa
Unaweza kuomba data hiyo ifutwe
Kujitolea kufuata Sera ya Familia ya Google Play

Mapya

Families policy update.