Jaallattoota Sirboota Jaalalaa Afaan Oromootif; Mosaajiin kun Sirboota jaalalaa babbareedoo fi baay'ee ta'an kan ya keessatti qabateedha. Jaalala onnee irraa madde bifa sirbaatin ibsachuufi boohartii guyyuutif. Akkasuma, Sirboota duriifi kan ammayyaa ya keessatti hammatee jira.
Sirboota Mosaajii kana keessatti hammataman keessaa muraasa:
Hiree tiyya - Kumale Boru
Sin yaada - Qasim Simbo
Boqonnaa na dhowwe - Muziki wa Oromo
Oolte bultee - Adnan Mohamed
Obsuun dadhabee - Muziki wa Oromo
Maaloo si yaadee - Fayisa Furi
Maalif na rakkifta - Iftu Mohamed
Maal naa wayya - Gadise Shemsedin
Loomii tiyya - Feyisa Furi
Lookoo Wallaggaa - Muziki wa Oromo
Lash godhi - Mohamed Adam
Kumkummee - Abebe Abishu
Kottu Birraa - Falmataa Roorroo
Keessakoo naaf bari - Hana Mohamed
Jiruun pia siwajjin - Muziki wa Oromo
Jaalatamuu malee - Falmataa Roorroo
Jaalalaan sirra aanu - Muziki wa Oromo
Ijaan na laaltee - Nigusu Tamirat
Waliif nu dhiisan - Hasan Mohamed
Hangaatuu - Muziki wa Oromo
Siin qabameen jira - Muziki wa Oromo
Dumbushee Galaa - Ali Shabo
Booye imimmaani - Muziki wa Oromo
Biiftuu Ganamaa - Abdulmalik Hasan
Yoom na raffisa - Muziki wa Oromo
Ilisasishwa tarehe
26 Jun 2023