elfu 10+
Vipakuliwa
Daraja la maudhui
Kila mtu
Picha ya skrini
Picha ya skrini
Picha ya skrini
Picha ya skrini
Picha ya skrini
Picha ya skrini
Picha ya skrini

Kuhusu programu hii

Utubaan Amantaa Kitaaboota seera Amantaa Ortoodoksii bu'uura godhanii qopha'an of keessa qaba. Qabiyyeen isaanii abbootii keenyaan madaalamee fi sirreeffame kan dhiyaate yoo ta'uu, qunnamtii interneetii malee kan hojjatu dha. Applikeeshiniin kun kitaabota mata duree armaan gadii caqafaman hammata.

Kitaabota Utubaa Amantaa Keessatti Argaman
• Kitaaboota Kadhaa
• Kitaaboota Barnoota Amantaa
• Somoota Ortoodoksii
• Ayyaanota gurguddoo Amantaa Ortoodoksii
• Dubbii qulqullootaa
• Qabsuura Qulqullootaa (Sinkisaara)
• Faarfannaa garagaraa
• Gaafilee fi Deebii Isaanii

Amaloota Applikeeshinii Kanaa
• Dubbisuuf (Fayyadamuuf) qunnamtii interneetii hin gaafatu
• Guyyaa fi galgala(Halkan) dubbisuuf mijataa dha
• Qubee guddisuu ykn Xiqqeessuuf kan gargaaru
• Jechoota barbaaduuf kan gargaaruu "barbaadduun" itti ida'ameera
• Qabiyyeewwan Applikeeshinichaa salphaatti fayyadamuu dandeessisa
Ilisasishwa tarehe
25 Nov 2022

Usalama wa data

Usalama huanza kwa kuelewa jinsi wasanidi programu wanavyokusanya na kushiriki data yako. Faragha ya data na mbinu za usalama zinaweza kutofautiana kulingana na matumizi yako, eneo ulilopo na umri wako. Msanidi programu ametoa maelezo haya na anaweza kuyasasisha kadiri muda unavyopita.
Hakuna data inayoshirikiwa na wengine
Pata maelezo zaidi kuhusu jinsi wasanidi programu wanavyobainisha kushiriki data
Hakuna data iliyokusanywa
Pata maelezo zaidi kuhusu jinsi wasanidi programu wanavyobainisha ukusanyaji wa data
Data inasimbwa kwa njia fiche inapotumwa
Data haiwezi kufutwa