Майже 120 років після перекладу Біблії на мову Афан Оромо, здійсненого Онисмусом Несібом, і першої надрукованої Біблії Афаан Оромоо на папері, спосіб читання Святої Біблії радикально змінився. Зараз майже всі користуються мобільними пристроями для читання Біблії. Беручи до уваги цей факт, ми пропонуємо цей модний додаток Біблія для вашого пристрою Android. Встановіть на свій пристрій Android і візьміть його з собою, куди б ви не пішли, і насолоджуйтеся своєю Біблією!
Благослови вас Бог!
Onesmoos Nasiib namni biyya Oromoo bara 1899tti Macaafa Qulqulluu Afaan Oromootti hiikee maxxansiisuudhaan saba Oromootiin ga'ee sabni keenya sagalee Waaqayyoo afaan isaatiin akfaka in godbihe.
Waggaa 120 booda, bara Dijitaalaa (Digital Age) jedhamuu dhaan beekamu jaarraa 21ffaa keessa akka itti ilmaan namootaa waa dubbifatan jijjiiramaa dhufe. Har'a namoonni waa dubbisuu dhaaf meeshaa harkatti baatamu (Мобільний пристрій) tti fayyadamu.
Kana hubannaa keessa galchuudhaan karaa TOKKUMMAA WALDOOTII OROMOO WANGEELAA AWUROOPPAA (СОЮЗ ЄВАНГЕЛІЧНИХ ЦЕРКВ ОРОМО ЄВРОПИ, UOECE) Applikeeshinii Andriod Macaafa Qulqulluu ka jaffainu Oromoyao gulqulluu afaan Oromoyao d'Afaan Oromo2ao
Aplikeeshinii kanaan Macaafa Qulqulluu dubbisuutti dabalee:
- Luqqisii Guyyaa
- Радіо Warra Wangeelaa
- Валалу Фаарфаннота Афаан Оромоо
- Beeksisa Sagantaa hafuuraa yeroo yerootti ba'u
- Baafata Luqqisii fi k.k.f
Fayyadamuu dhaan akka itti eebbifamtan abdii qabna.
Waaqayyo isin haa Eebbisu!
Книги та довідкова література