10K+
Okudawunilodiwe
Isilinganiselwa sokuqukethwe
Wonke umuntu
Isithombe sesithombe-skrini
Isithombe sesithombe-skrini
Isithombe sesithombe-skrini
Isithombe sesithombe-skrini
Isithombe sesithombe-skrini
Isithombe sesithombe-skrini
Isithombe sesithombe-skrini

Mayelana nalolu hlelo lokusebenza

Utubaan Amantaa Kitaaboota seera Amantaa Ortoodoksii bu'uura godhanii qopha'an of keessa qaba. Qabiyyeen isaanii abbootii keenyaan madaalamee fi sirreeffame kan dhiyaate yoo ta'uu, qunnamtii interneetii malee kan hojjatu dha. I-Applikeeshiniin kun kitaabota mata duree armaan gadii caqafaman hammata.

Kitaabota Utubaa Amantaa Keessatti Argaman
• I-Kitaaboota Kadhaa
• I-Kitaaboota Barnoota Amantaa
• I-Somoota Ortoodoksii
• Ayyaanota gurguddoo Amantaa Ortoodoksii
• Dubbi qulqullootaa
• I-Qabsuura Qulqullootaa (Sinkisaara)
• I-Faarfannaa garagaraa
• Gaafilee fi Deebii Isaanii

Amaloota Applikeeshinii Kanaa
• I-Dubbisuuf (Fayyadamuuf) qunnamtii interneetii hin gaafatu
• I-Guyyaa fi galgala(Halkan) dubbisuuf mijataa dha
• Qubee guddisuu ykn Xiqqeessuuf kan gargaaru
• I-Jechoota barbaaduuf kan gargaaruu "barbaadduun" itti ida'ameera
• I-Qabiyyeewwan Applikeeshinichaa salphaatti fayyadamuu dandeessisa
Kubuyekezwe ngo-
Aga 16, 2024

Ukuphepha kwedatha

Ukuphepha kuqala ngokuqonda ukuthi onjiniyela baqoqa futhi babelane kanjani ngedatha yakho. Ubumfihlo bedatha nezinqubo zokuphepha zingahluka kuye ngokusebenzisa kwakho, isifunda, nobudala. Unjiniyela unikeze lolu lwazi futhi angalubuyekeza ngokuhamba kwesikhathi.
Ayikho idatha eyabiwe nezinkampani zangaphandle
Funda kabanzi mayelana nendlela onjiniyela abaveza ngayo ukwabelana
Ayikho idatha eqoqiwe
Funda kabanzi mayelana nokuthi onjiniyela bakuveza kanjani ukuqoqwa

Yini entsha

Updated to support target Android 14 (API level 34) and other performance improvements