Lähes 120 vuotta sen jälkeen, kun Onesmus Nesib käänsi Raamatun Afan Oromoksi ja ensimmäisen painetun Afaan Oromoo Raamatun paperille, tapa, jolla ihmiset lukevat Pyhää Raamattua, muuttui radikaalisti. Nykyään melkein kaikki käyttävät mobiililaitteita Raamatun lukemiseen. Ottaen huomioon tämän tosiasian tarjoamme tämän trendikkään Raamatun sovelluksen Android-laitteellesi. Asenna Android-laitteellesi ja ota se mukaasi minne ikinä menetkin ja nauti Raamatustasi!
Jumala siunatkoon sinua!
Onesmoos Nasiib namni biyya Oromoo bara 1899tti Macaafa Qulqulluu Afaan Oromootti hiikee maxxansiisuudhaan saba Oromootiin ga'ee sabni keenya sagalee Waaqayyoo afaan isaaatiin akka inni godhedub.
Waggaa 120 booda, bara Dijitaalaa (Digital Age) jedhamuu dhaan beekamu jaarraa 21ffaa keessa akka itti ilmaan namootaa waa dubbifatan jijjiiramaa dhufe. Har'a namoonni waa dubbisuu dhaaf meeshaa harkatti baatamu (mobiililaite) tti fayyadamu.
Kana' hubannaa keessa galchuudhaan karaa TOKKUMMAA WALDOOTII OROMOO WANGEELAA AWUROOPPAA (UNION OF OROMO EVANGELICAL CHURCHES OF EUROPE, UOECE) Applikeeshinii Andriod Macaafaa tuudaaauadtudaaauhaummmmmmmmmmmmmmmmmmmmmmmaaaaaaayer Afaan Oromooaaara dubbisto2otagao1
Aplikeeshinii kanaan Macaafa Qulqulluu dubbisuutti dabalee:
- Luqqisii Guyyaa
- Radio Warra Wangeelaa
- Walaloo Faarfannoota Afaan Oromoo
- Beeksisa Sagantaa hafuuraa yeroo yerootti ba'u
- Baafata Luqqisii fi k.k.f
Fayyadamuu dhaan akka itti eebbifamtan abdii qabna.
Waaqayyo isin haa Eebbisu!