Praėjus beveik 120 metų po to, kai Onesmusas Nesibas išvertė Bibliją į Afan Oromo ir pirmą kartą išspausdino Afaan Oromoo Bibliją popieriuje, tai, kaip žmonės skaito Šventąją Bibliją, radikaliai pasikeitė. Šiais laikais beveik visi Biblijai skaityti naudoja mobiliuosius įrenginius. Atsižvelgdami į tai, siūlome šią madingą Biblijos programą jūsų „Android“ įrenginiui. Įdiekite savo „Android“ įrenginyje ir pasiimkite jį su savimi, kad ir kur eitumėte, ir mėgaukitės savo Biblija!
Telaimina tave Dievas!
Onesmoos Nasiib namni biyya Oromoo bara 1899tti Macaafa Qulqulluu Afaan Oromootti hiikee maxxansiisuudhaan saba Oromootiin ga'ee sabni keenya sagalee Waaqayyoo afaan isaatiin akka inni godhedub.
Waggaa 120 booda, bara Dijitaalaa (skaitmeninis amžius) jedhamuu dhaan beekamu jaarraa 21ffaa keessa akka itti ilmaan namootaa waa dubbifatan jijjiiramaa dhufe. Har'a namoonni waa dubbisuu dhaaf meeshaa harkatti baatamu (mobilusis įrenginys) tti fayyadamu.
Kana' hubannaa keessa galchuudhaan karaa TOKKUMMAA WALDOOTII OROMOO WANGEELAA AWUROOPPAA (EUROPOS OROMŲ EVANGELIJŲ BAŽNYČIŲ SĄJUNGOS, UOECE) Applikeeshinii Andriod Macaafa Qulqulluuaaauhaummhlluuu Afaan Oromooaaara dubbisto2otagao.
Aplikeeshinii kanaan Macaafa Qulqulluu dubbisuutti dabalee:
- Luqqisii Guyyaa
- Radijas Warra Wangeelaa
- Walaloo Faarfannoota Afaan Oromoo
- Beeksisa Sagantaa hafuuraa yeroo yerootti ba'u
- Baafata Luqqisii fi k.k.f
Fayyadamuu dhaan akka itti eebbifamtan abdii qabna.
Waaqayyo isin haa Eebbisu!