Takriban miaka 120 baada ya kutafsiri Biblia katika Afan Oromo na Onesmus Nesib na Biblia ya kwanza ya Afaan Oromoo iliyochapishwa kwenye karatasi, jinsi watu wanavyosoma Biblia Takatifu ilibadilika sana. Siku hizi, karibu kila mtu hutumia vifaa vya rununu kusoma bibilia. Kwa kuzingatia ukweli huu, tunatoa programu hii maarufu ya Biblia kwa kifaa chako cha android. Sakinisha kwenye kifaa chako cha android na uende nayo popote uendapo na ufurahie Biblia yako!
Mungu akubariki!
Onesmoos Nasiib namni biyya Oromoo bara 1899tti Macaafa Qulqulluu Afaan Oromootti hiikee maxxansiisuudhaan saba Oromootiin ga'ee sabni keenya sagalee Waaqayyoo afaan isaatiin akka inni dubbifatu godhe.
Waggaa 120 booda, bara Dijitaalaa (Digital Age) jedhamuu dhaan beekamu jaarraa 21ffaa keessa akka itti ilmaan namootaa waa dubbifatan jijjiiramaa dhufe. Har'a namoonni waa dubbisuu dhaaf meeshaa harkatti baatamu (Kifaa cha Mkononi) tti fayyadamu.
Kana hubannaa keessa galchuudhaan karaa TOKKUMMAA WALDOOTII OROMOO WANGEELAA AWUROOPPAA (UMOJA WA MAKANISA YA UINJILI YA OROMO YA ULAYA, UOECE) Applikeeshinii Andriod Macaafa Qulqulluu Afaan Oromougatua 2001 Afaan Oromootigaa
Aplikeeshinii kanaan Macaafa Qulqulluu dubbisuutti dabalee:
- Luqqisii Guyyaa
- Radio Warra Wangeelaa
- Walaloo Faarfannoota Afaan Oromoo
- Beeksisa Sagantaa hafuuraa yeroo yerootti ba'u
- Baafata Luqqisii fi k.k.f
Fayyadamuu dhaan akka itti eebbifamtan abdii qabna.
Waaqayyo sin haa Eebbisu!
Ilisasishwa tarehe
3 Nov 2019