Bulgicha Nyaachisi! (Afaan Oro

1 K+
Descargas
Calificación del contenido
Apto para todo público
Imagen de la captura de pantalla
Imagen de la captura de pantalla
Imagen de la captura de pantalla
Imagen de la captura de pantalla
Imagen de la captura de pantalla
Imagen de la captura de pantalla
Imagen de la captura de pantalla

Acerca de este juego

Bulguu Nyaachisii'n bu'uroota dubbisuu ijoollee barsiisa. Tapha keessatti, ijoolleen killee guuruudhaan QUBEE fi jechoota nyaachisuudhaan killeelee hiriyyoomfatu!

Ijoolleen QUBEE addaan baafachuu baratu, fi jechoota kaasuu fi dubbisuu. Tapha kana taphachuun, ijoolleen barnootaan cimoo Tahu, akkasumas jechoota sassalphoo dubbisuuf qophii Tahu. Ijoolleen keessan akka baratanii fi milkaawan barbaanna!

Bulgicha Nyaachisii'n 100% bilisa. fe'amnaan takka, Intarneetni pecado barbaachisu! Dhaabbiilee barnootaa bu'aa-Malee CET, Aplicaciones de fábrica, fi curioso hojjatame jedhamaniin aprendizaje.

Iccitummaa:

Poolisii Iccitummaa Barnoota Xiinxallii - Bulgicha Nyaachisi
Barnoota Xiinxallii akka ijoolleen hunduu mobaayila irratti barachuu danda'an dandeessisuuf hojjanne. Iccitummaan ijoollee fi maatii isaaniitiif barbaachisaa tahuu ni hubanna. Fuulli kun odeeffannoo akkam akka sassaabnu, akkamitti akka fayyadamnu, fi tiikfama isaa akkatti eegsifnu SIIF IBSA.
HOJUMAATONNI BARNOOTA XIINXALLII ODEEFFANNOO AKKAM SASSAABU?
Odeeffannoo akkaataa lamaan sassaabna: hujumaata keessaa maal akka fayyadamtuu fi yeroo hujumaata irratti cuqaaftu sassaabna, fi iddoo hujumaanni keenna itti fayyadamamu baruuf iddoo ati jirtu ni barra. Odeeffannoo dhuunfaa kan SII fi Ilma Kee rakkoof saaxilu kan akka maqaa fi lakkoofsa bilbilaa hin sassaabnu.
BARNOONNI XIINXALLII ODEEFFANNOO SASSAABU AKKAMITTI FAYYADAMA?
Daataa hujumaata keessaa hujumaata Keenya fooyyessuu fi iddoo hujumaanni Keenya itti fayyadamamu baruuf sassaabna. Fakkeenyonni akkaataa itti daataa Kee fayyadamnu hangi tokko isaan asii gadiiti:

Qo'attoota akkaataa hujumaata barnootaaf itti fooyyeffamu qo'ataniif ni Hirra. Bu'aan qo'annoo Kanaa barsiisotaa fi qo'attootaaf gama konfaransootaa fi maxxansamaan ni raabsama.
Daataa argannu hubannotti jijjiiruuf ni sakattaana, fakkeenyaaf, hujumaata keessaa tapha kamtu irra taphatamaa baruuf.
BARNOONNI XIINXALLII AKKAMITTI SIIF ODEEFFANNOO KEE TIIKSA?
Hujumaanni Barnoota Xiinxallii odeeffannoo dhuunfaa saaxiloo sassaaban tahan hin.
Akkaataa itti itti fayyadamnu sarvaroota keenyarra Keenya, Fulbaana 2017 irraa eegalee Amazon kaahamu.
Qo'attoonni kun daataa kanneen argachuuf Walii-kan Galtee gamtummaa poolisii itti-fayyadamiinsa daataa fi nagummaa dataa Barnoota Xiinxallii wajjiin mallatteessuu qabu.
QUUNNAMTII
Gaaffii, dhimmama, yk yaada poolisii iccitummaa kanarratti yoo qabaatte, maaloo info@curiouslearning.org irratti nu quunnami.

-----

Alimentar el monstruo enseña a los niños los fundamentos de la lectura en Oromo. Recoger los huevos de monstruo y alimentarlos cartas para que puedan crecer en nuevos amigos!
 
¿QUÉ ES LA ALIMENTACIÓN monstruo?
Alimentar el monstruo utiliza probada ‘jugar’ para aprender las técnicas para involucrar a los niños y ayudarles a aprender a leer. Los niños disfrutan de la recogida y creciente monstruos mascota mientras aprenden los fundamentos de lectura.
 
Gratis para descargar, sin anuncios, NO en las compras de aplicaciones!
Todo el contenido es 100% libre, sin fines de lucro creada por la Lectoescritura curioso, AEC y Aplicaciones de fábrica.
 
CARACTERÍSTICAS DEL JUEGO para promover las habilidades de lectura:
• Diversión y atractivas fonética rompecabezas
• Carta rastreo de juegos para ayudar a la lectura y la escritura
• juegos de memoria de vocabulario
• Desafiar “sonido” sólo los niveles
• informe de situación de los padres
• Multi-conexión de los usuarios para el progreso usuario individual.
• coleccionable, y monstruos divertidos evolvable
• Diseñado para promover las habilidades socio-emocionales
• No hay compras in-app
• Sin anuncios
• No se necesita conexión a Internet
 
Desarrollado por expertos para su hijo.
El juego se basa en años de investigación y experiencia en la ciencia de la alfabetización. Incorpora habilidades clave para la alfabetización, incluyendo fonológico, Reconocimiento Carta, fonética, vocabulario, y la vista Lectura de palabras que los niños puedan desarrollar una sólida base para la lectura. Construido en torno al concepto de cuidado de una colección de monstruos, que está diseñado para fomentar la empatía, la perseverancia y el desarrollo socio-emocional de los niños.
Actualización
7 jul 2020

Seguridad de los datos

El primer paso de la seguridad es comprender cómo los desarrolladores recopilan y comparten tus datos. Las prácticas de privacidad y seguridad de datos pueden variar en función del uso de la app, la región y la edad. El desarrollador proporcionó esta información y podría actualizarla con el tiempo.
Esta app podría compartir estos tipos de datos con terceros
Ubicación, Actividad en apps e Información y rendimiento de la app
Es posible que esta app recopile estos tipos de datos
Ubicación, Actividad en apps e Información y rendimiento de la app
Los datos están encriptados en tránsito
Puedes solicitar que se borren los datos
Se comprometió a satisfacer la Política de Familias de Play

Novedades

Families policy update.